Jilli Angoolaa hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinnee daawwate
AMN PLUS – Ebla 30/2018 Jilli Angoolaa irraa dhufan hojiilee misooma Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti hojjetaman daawwataniiru. Jilichi pirojektii seeftiinetii fi hojii (UPSNP) daawwateera. Pirojektichi maallaqa Baankii addunyaafi mootummaa…