AI’n Diinagdee Ismaartii ijaaruufi kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuuf daran akka fayyadu ibsame

AMN PLUS- Sadaasa 10 /2018 ‎AI'n diinagdee ismaartii ijaaruu fi kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuf faayidaa guddaa akka Hoggantoonni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ibsan. ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa Inistiitiyuutii Hubannoo  Namtolchee…

Continue ReadingAI’n Diinagdee Ismaartii ijaaruufi kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuuf daran akka fayyadu ibsame

Ulaan Galaanaa gaaffii dhalootaati- Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa

Gaaffiin ulaa galaanaa dhimma buufata doonii qofa osoo hin taane dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu akka ta'e Miseesonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa ibsan. ‎Aadde Laxiifaa Abbaa Tamaamifi Obbo Moggaa Abbaa…

Continue ReadingUlaan Galaanaa gaaffii dhalootaati- Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa

Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

AMN PLUS-Sadaasa 10/2018 Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota gurguddoo addunyaa diinagdeen badhaadhan 20 keessaa tokko ta'uuf wixinatteetti. Maarree kun kan milkaa'u damee hubannoo namtolcheetiin yoo ta'eedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi…

Continue ReadingItoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

“Biyyikoo Ulaa Galaanaa argachuuf waraana hin barbaaddu” Artiist Yoosan Geetaahun

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 06/2018 Welluu “Galaanoo” jedhuun Artiisti Qamar Yusuuf waliin mul’ata Itoophiyaanotaa aartiin kuulee, “Siifan jiras” jedhee dhaame. “Humni kees galaana” jechuun humna galaanaa himuuf aartiitti dhimma ba’ani,…

Continue Reading“Biyyikoo Ulaa Galaanaa argachuuf waraana hin barbaaddu” Artiist Yoosan Geetaahun

Gibira kaffaltan amanamummaan misoomaaf oolchinee magaalaa keenya jijjiiraa jirra- Kantiibaa Adaanech

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 6/2018 Gibira lammiileerraa walitti qabamu amanamummaan misoomaaf oolchinee magaalaa keenya jijjiiruun hiyyumaas xiqqeessaa jirra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech abeebee. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee mata duree “Gibira…

Continue ReadingGibira kaffaltan amanamummaan misoomaaf oolchinee magaalaa keenya jijjiiraa jirra- Kantiibaa Adaanech

Kaffaltootni Gibiraa amanamoon tajaajila “VIP” argatu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Plus – Onkoloolessa 06/2018 Kaffaltoonni Gibiraa Amanamoon tajaajila Magaalaa Finfinnee irraa barbaadan kamiifuu dursi kennamuun, keessummeessa kabajaa (VIP) akka argatan murteeffamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ifoomsan. Bulchiinsi…

Continue ReadingKaffaltootni Gibiraa amanamoon tajaajila “VIP” argatu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Obbo Ahimad Shideen walga’ii Ministirootaa G-24 irratti hirmaatan

AMN Plus - Onkoloolessa 06/2018 Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen walga'ii Ministirootaa G-24 114ffaa Waashingitan DC'tti taa'ame irratti hirmaataniiru. Yaa'ii Baankii Addunyaafi IMF cinatti marii gaggeeffame kana irratti biyyoonni guddataa jiran…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen walga’ii Ministirootaa G-24 irratti hirmaatan

Daballi mindaa hordofee qaala’iinsi gatii hin mallee akka hin uumamneef hojjetamaa jira

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 6/2018 ‎Daballi mindaa hordofee qaala'iinsi gatii hin mallee akka hin uumamneef hojjetama akka jiru Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Faayinaansii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Abdulqaadir…

Continue ReadingDaballi mindaa hordofee qaala’iinsi gatii hin mallee akka hin uumamneef hojjetamaa jira

Tokkummaa keenya itichuun ulaa galaanaa ni mirkaneeffanna- Hayyoota Yuunivarsiitii Amboo

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 6/2018 ‎Tokkummaa ummataa injifannoo hidha haarmsarratti argame ulaa galaanaafis oolchuun akka danda'amu Hayyoonni Yuunivarsiitii Amboo ibsan. ‎Ulaa galaanaa dhabuun Itoophiyaa baasii guddaaf saaxiluu AMN Plus waliin turtii…

Continue ReadingTokkummaa keenya itichuun ulaa galaanaa ni mirkaneeffanna- Hayyoota Yuunivarsiitii Amboo

Baatiiwwan sadan darban gama nageenya Finfinnee waaressuun hojiin milkaa’aan hojjetameera- Aadde Liidiyaa

‎AMN PLUS-Onkoloolessa ‎Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinneefi Abbaa Taayitaa kabachiisa Danbii Magaalaa Finfinnee raawwii hojii kurmaana tokkoffaa bara 2018 irratti mari'atan ‎Raawwiin hojii kurmaana tokkoffaa Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii…

Continue ReadingBaatiiwwan sadan darban gama nageenya Finfinnee waaressuun hojiin milkaa’aan hojjetameera- Aadde Liidiyaa