Tola ooltummaa waqtii gannaan Birrii biiliyoona 19 ol baraaruun danda’ameera

AMN Onkololeessa 10, 2017 Sadarkaa biyyaalessaatti Tajaajilaa tolaa Waqtii gannaan qabeenya Birrii biiliyoona 19.3 baraaruun danda'amuu ibsameera. Sagantaan cufiinsa Tajaajila Tola Ooltummaa Waqtii Gannaa bara 2016 mata duree Gaarummaa fi…

Continue ReadingTola ooltummaa waqtii gannaan Birrii biiliyoona 19 ol baraaruun danda’ameera

Itoophiyaan Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte

AMN Onkololeessa 10, 2017 Itoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdii dhiirootaan Jaappaanii fi Hindi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatte. Itoophiyaan damee kanaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee argachuu isheeti.Daawiit Shalammaa…

Continue ReadingItoophiyaan Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte

Waltajjin ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu Naannoo Somaalee Magalaa Jigjigaatti adeemsifamaa jira

AMN Onkololeessa 10, 2017 Ajandaalee biyyaafi naannoof faayidaa qaban adda baasuun milkaa’ina adeemsa marii biyyaaleessaaf hundu gaheesaa bahuu qaba jedhan Komisginarri Komishinii Marii Biyyaaleessaa Piroofessar Masfin Ar’aayaa. Komishinichi Waltajji Marii…

Continue ReadingWaltajjin ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu Naannoo Somaalee Magalaa Jigjigaatti adeemsifamaa jira

Poolisiin Federaalaa humna gahumsaafi ogummaa gonfatee guddummaa Itoophiyaa mirkaneessu ijaareera- Komishinar Jeneraal Dammallash G/Mikaa’eel

AMN Onkololeessa 10, 2017 Poolisiin Federaalaa humna poolisii gahumsaafi ogummaa gonfatee guddummaa Itoophiyaa mirkaneessuu danda'u ijaaruu Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash G/Mikaa'el himan. Komishiniin Poolisii Federaalaa raawwii hojii bara…

Continue ReadingPoolisiin Federaalaa humna gahumsaafi ogummaa gonfatee guddummaa Itoophiyaa mirkaneessu ijaareera- Komishinar Jeneraal Dammallash G/Mikaa’eel

Kantiibaa Adaanech hojiilee Riifoormii Poolisii magaalaa Finfinnee daawwatan

AMN Onkololeessa 10, 2017 Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee Riifoormii Poolisii magaalichaa daawwataniiru. Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa sagantaa daawwannaa kanarratti argamuu ragaan Poolisii Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul'isa.

Continue ReadingKantiibaa Adaanech hojiilee Riifoormii Poolisii magaalaa Finfinnee daawwatan

Kooriyaan Kaabaa Raashiyaaf loltoota erguuf qophii xumuruun gabaafame

AMN Onkololeessa 10, 2017 Kooriyaan Kaabaa lola Yuukreen keessatti deemaa jiru irratti Raashiyaa akka deeggaraniif loltoota kumaatamaan erguuf qophii xumuruun himame. CNN suuraa loltoota Kooriyaa Kaabaa uffata loltuu Raashiyaa uffatanii…

Continue ReadingKooriyaan Kaabaa Raashiyaaf loltoota erguuf qophii xumuruun gabaafame

Pireezidaantiin CAF Paatiriis Mootiseeppeen Finfinnee galan

AMN Onkololeessa 10, 2017 Pireezidaantiin Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppeen Finfinnee galaniiru. Paatiriis Mootiseeppeen Yaa'ii Waliigalaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa 46ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Paatiriis Mootiseeppeen waayita Buufata…

Continue ReadingPireezidaantiin CAF Paatiriis Mootiseeppeen Finfinnee galan