‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Jibuutii waliin mari’atan

‎AMN PLUS- Amajjii 3/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Jibuutii Ismaa’el Oomaar Giileeh waliin mari’ataniiru. ‎Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, "har’a ganama wayitan…

Continue Reading‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Jibuutii waliin mari’atan

Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa’ee ijaaruuf Sirnoota akka “Seeraa” jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD)

‎AMN PLUS- Amajjii 3/2018 ‎Ayyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa "Seeraa"n magaalaa Qullittootti haala Miidhagaan kabajamaa jira. Sirna kanarratti ergaa kan dabarsan ‎Pirezidaantiin Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa Indaashaw Xaasoo (PhD)…

Continue ReadingBiyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa’ee ijaaruuf Sirnoota akka “Seeraa” jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD)

‎Meeshaaleen Kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 ol to’atamuu ibsame

‎AMN PLUS- Amajjii 02/2018 ‎Komishiniin Poolisii Federaalaa Itoophiyaa qaamolee dhimmi ilaallatu waliin ta’uun meeshaalee kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 fi Miliyoona 51 ol ta’an to’achuu akka danda'e Komishinarri…

Continue Reading‎Meeshaaleen Kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 ol to’atamuu ibsame

Waa’ee Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu hagam beektu?

‎AMN PLUS- Amajjii 02/2018 ‎ Hojiin boqonnaa jalqabaa ijaarsa buufata xiyyaarichaa waggaatti imaltoota Miliyoona 60 keessummeessuuf gahumsa qaba. ‎ Finfinnee irraa kallattii Kibba Bahaatti KM 40 fagaachuun ol ka'iinsa lafaa…

Continue ReadingWaa’ee Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu hagam beektu?

Ayyaana Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa “Seeraa” sababeeffachuun Simpooziyeemiin adeemsifamaa jira

‎AMN PLUS- Amajjii 02/2018 ‎Ayyaana Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa "Seeraa" sababeeffachuun Simpooziyeemiin Magaalaa Halaabaa Qullittootti adeemsifamaa jira. ‎Simpooziyeemii kana haasawaan kan saaqan Af- Yaa'iin Mana Maree Godina Halaabaa Obbo…

Continue ReadingAyyaana Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa “Seeraa” sababeeffachuun Simpooziyeemiin adeemsifamaa jira

Itoophiyaatti du’a haadholiifi daa’immanii hir’isuuf tarkaanfiiwwan fudhataman bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiru

AMN PLUS- Amajjii 1/2018 Itoophiyaatti du’a haadholiifi daa’imman kichuu hir’isuuf tarkaanfiiwwan tarsiimawaa fudhataman bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa ibsan. Dr. Maqdas “Baatii Fayyaa Haadhummaa” Amajjii…

Continue ReadingItoophiyaatti du’a haadholiifi daa’immanii hir’isuuf tarkaanfiiwwan fudhataman bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiru

Buufatni Xiyyaaraa Idil-addunyaa haaraan Itoophiyaaf maalif barbaachise?

AMN PLUS - Amajjii 1/2018 Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa erga hundeeffamee Waggaa 80 lakkoofsiseera. Buufatni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Boolee waggaatti imaltoota miiliyoona 25 keessummeessaa waan jiruuf dhiphina tajaajilaa guddaan mudataa jira. Yeroo…

Continue ReadingBuufatni Xiyyaaraa Idil-addunyaa haaraan Itoophiyaaf maalif barbaachise?

Itoophiyaatti qaala’iinsi gabaa gara dijiitii baaqqeetti gadi bu’e

AMN PLUS- Amajjii 1/2018 Itoophiyaatti qaala'iinsi gabaa waggaa 7 booda yeroo jalqabaaf gara dijiitii baaqqeetti gadi bu'uun 9.70 ta'ee galmaa'uu Tajaajilli Istaatistiksii Itoophiyaa beeksise. Tajaajilichi daataa waqtaawaa baaseen hammeentaan qaala'iinsa…

Continue ReadingItoophiyaatti qaala’iinsi gabaa gara dijiitii baaqqeetti gadi bu’e

Jijjiirraan Bara Haaraa Ummata Halaabaa ‘Seeraa’n boruu kaasee sirnoota gara garaan kabajama

AMN PLUS - Amajjii 1/2018 Ayyaanni jijjiirraa Bara Haaraa Ummata Halaabaa "Seeraa"n guyyaa boruu kaasee bifa hoo'aan sirnoota gara garaan dabaalamee Magaalaa Halaabaa Qullittootti kabajama. Haal Duree Qophii Sirna Kabaja…

Continue ReadingJijjiirraan Bara Haaraa Ummata Halaabaa ‘Seeraa’n boruu kaasee sirnoota gara garaan kabajama