Finfinneetti hiikkaan gaa’ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa’e

AMN PLUS- Bitootessa 09/2018 Fuutiifi Duuti Hin Oolun mammaaksa uummata Oromoo biratti hiika guddaafi kabajas qabudha. Haata’utii gaa’ila moo itti gaafatamummaaf qophaa’utuu dursa? Gaa’illi raawwatamu har’a akka kaleessaa osoo hin…

Continue ReadingFinfinneetti hiikkaan gaa’ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa’e

Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan harka qalleeyyii yaadachuun kabajamuu akka qabu Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee ibse

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan wayita kabajamu harka qalleeyyii yaadachuun kabajamuu akka qabu beeksiseera. Manni Marichaa Ayyaana Iid Al-Faxir…

Continue ReadingAyyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan harka qalleeyyii yaadachuun kabajamuu akka qabu Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee ibse

Qabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu murtaa’e

AMN - Bitootessa 8/2018 Qabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu 'CAF' murteesseera. Tapha xumuraa waancaa Afriikaa falmii cimaa keessummeesseen Senegaal qopheessituu waancaa Afriikaa Moorookoo goolii 1…

Continue ReadingQabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu murtaa’e

Itoophiyaafi Itaaliin Waliigaltee Caalmaatti Tumsa Waloo Isaanii Gabbisu Waliif Mallatteessan

AMN PLUS – Bitootessa 09/2018 Itoophiyaafi Itaaliin waliigaltee caalmaatti tumsa waloo isaanii gabbisu waliif mallatteessuun ibsameera. Biyyootni lameen hariiroo tumsa misooma waloo isaanii akkaataa caalmaatti cimsuufi rifoormii dinagdee gooroo Ittoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaafi Itaaliin Waliigaltee Caalmaatti Tumsa Waloo Isaanii Gabbisu Waliif Mallatteessan

Damee Geejjibaa Itoophiyaa Gara Anniisaa Elektiriikaafi Gaazii Uumamaatti Ceesisuun Boba’aa Qusachuuf Waamichi Biyyaalessaa Dhiyaate

AMN PLUS - Bitootessa 08/2018 Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii damee geejjibaa Itoophiyaa gara anniisaa elektiriikaafi gaazii uumamaatti ceesisuun boba'aa qusachuuf waamicha biyyaalessaa dhiyeesseera. Itoophiyaan hoggansa Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) kennaniin…

Continue ReadingDamee Geejjibaa Itoophiyaa Gara Anniisaa Elektiriikaafi Gaazii Uumamaatti Ceesisuun Boba’aa Qusachuuf Waamichi Biyyaalessaa Dhiyaate

Hojiin turizimiifi eegumsa naannoo Finfinneetti hojjetame Afrikaanotaaf muuxannoo haaraadha – Lammiilee Afrikaa

‎AMN PLUS - Bitootessa 08/2018 Magaalaan Finfinnee hojii turizimiifi eegumsa naannoo wal-simsiisuun hojjechuun biyyoota Afrikaa biroofillee muuxannoo haaraa taha jedhan lammiileen biyyoota Afrikaa garaagaraa irraa dhufan hojiilee misoomaa magaalattii daawwatan.…

Continue ReadingHojiin turizimiifi eegumsa naannoo Finfinneetti hojjetame Afrikaanotaaf muuxannoo haaraadha – Lammiilee Afrikaa

Mootummaan Chaayinaa balaa sigigaannaa lafaa Godina Gaamootti mudateen miidhaa qaqqabetti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibse

AMN PLUS – Bitootessa 08/2018 Mootummaan Chaayinaa balaa sigigaannaa lafaa Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lubbuu darbeefi mancaatii qabeenyaa qaqqabetti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibse. Dubbi himaan Ministeera Dhimma…

Continue ReadingMootummaan Chaayinaa balaa sigigaannaa lafaa Godina Gaamootti mudateen miidhaa qaqqabetti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibse

Ayyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf mariin adeemsifame

‎AMN PLUS- Bitootessa 8/2018 ‎Ayyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf hoggantoota Majiliisaafi Qindeessitoota waliin mariin adeemsifame. ‎Ajajaan Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee, Leetenaal Jeneraal Asraat Denneeroo, ayyaanni Iid Al-Faxrii bara…

Continue ReadingAyyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf mariin adeemsifame

Birmadummaa loojistiksii mirkaneessuuf boqonnaa haaraa irra jirra- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS-Bitootessa 8/2018 ‎Pirojektootni Sarara Baaburaa Buufata meeshaalee goggogaa Andoodeetti babal'ifame birmadummaa loojistiksii mirkaneessuuf boqonnaa haaraa irratti akka argamu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. ‎Pirojektootni Sarara…

Continue ReadingBirmadummaa loojistiksii mirkaneessuuf boqonnaa haaraa irra jirra- Obbo Tamasgeen Xurunaa