Itoophiyaan dahoo godaantotaa ta’uun gocha fakkeenyummaa qabu raawwataa jirti- Dhaabbata Godaansaa Idil-addunyaa (IOM)
AMN PLUS-Mudde 1/2018 Itoophiyaan godaantota miliyoona tokko caalaniif dahoo ta'uun kutannoon agarsiifte gocha michooma dhugaa akka ta'e Itoophiyaatti Bakka Bu’aan Olaanaa Dhaabbata Godaansaa Idil-addunyaa (IOM) Abiibtuu Waanee ibsan. Sadarkaa addunyaatti…