Aadde Fireehiwot Taammiruu Badhaasa Dubartii dhiibbaa uumtuu Hoggantuu Bizinesii Afrikaa injifatan

AMN PLUS - Bitootessa 10/2018 Hoji Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo-Telekoom Fireehiwot Taammiruu Badhaasa Dubartii dhiibbaa uumtuu Hoggantuu Bizinesii Afrikaa Injifachuun ibsameera. Fireehiwot Taammiruu akka barruu "Africa Business'tti tarree dubartoota hoggantoota bizinasii…

Continue ReadingAadde Fireehiwot Taammiruu Badhaasa Dubartii dhiibbaa uumtuu Hoggantuu Bizinesii Afrikaa injifatan

Konkolaattotni Jaappaan irraa gara Dubaayitti geeffamaa turan sababa rakkoo Baha Giddugaleessaan Buufata Doonii Keeniyaa Laamuutti buufamuun ibsame

‎AMN PLUS - Bitootessa 10/2018 ‎Konkolaattotni kumaatamaan lakkaa'aman Jaappaan Irraa fe'amanii gara Dubaayitti geeffamaa turan Buufata Doonii Keeniyaa Laamuutti buufamuu Hoggantootni Buufatichaa beeksisaniiru. ‎Sabaa himaaleen Keeniyaa Buufata Doonii Laamuu hambaa…

Continue ReadingKonkolaattotni Jaappaan irraa gara Dubaayitti geeffamaa turan sababa rakkoo Baha Giddugaleessaan Buufata Doonii Keeniyaa Laamuutti buufamuun ibsame

Shakkamtuun kookeenii ‘moodeesii’ keessa dhoksuun dabarsuuf yaalaa turte to’atamte

‎AMN PLUS- Bitootessa 10/2018 ‎Shakkamtuun kookeenii dabalatee qorichoota sammuu adoochan dhoksaan dabarsuuf yaalaa turte Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti to'annoo jala ooluun ibsame. ‎Dubartiin lammii Yugaandaa Mukisaa Siteellaa jedhamtu kookeenii…

Continue ReadingShakkamtuun kookeenii ‘moodeesii’ keessa dhoksuun dabarsuuf yaalaa turte to’atamte

BGI Itoophiyaan keemikaala fayyaa namaarraan balaa geessisu lakkisuusaan Birrii Miiliyoona 2 adabame

AMN PLUS - Bitootessa 10/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee, Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Magaalichaa waliin tahuun Kutaa Magaalaa Lidataatti BGI Itoophiyaan keemikaalaa farra fayyaa namaa lagatti gadi lakkisuun…

Continue ReadingBGI Itoophiyaan keemikaala fayyaa namaarraan balaa geessisu lakkisuusaan Birrii Miiliyoona 2 adabame

Finfinneetti ogummaa Hiinaa Ayyaana Iid Al-Faxirii miidhagse

AMN PLUS - Bitootessa 11/2018 Ayyaana Iid Al-Faxirii sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee iddoowwan adda addaatti baazaarii fi egzibiishiniin halluu garaagaraa miidhaginaaf oolan qaban banamaniiru. Isaan keessaa tokko baazaarii dubartootaaf miidhagina kennu…

Continue ReadingFinfinneetti ogummaa Hiinaa Ayyaana Iid Al-Faxirii miidhagse

Ayyaanni Iid Al Faxirii Jimaata (Jum’aa) Irra Ooluun Barakaa Addaa Qabaachuu Imaamni Masjiida Guddicha Anwaar Hajji Xahaa Haaruun Ibsan

AMN PLUS - Bitootessa 11/2018 Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaan 1447ffaan guyyaa Jimaataa (Jum’aa) irra ooluun barakaa addaa qabaachuu agarsiisa jedhan Imaamni Masjiida Guddicha Anwaar Hajji Xahaa Haaruun. Ayyaanni Iid…

Continue ReadingAyyaanni Iid Al Faxirii Jimaata (Jum’aa) Irra Ooluun Barakaa Addaa Qabaachuu Imaamni Masjiida Guddicha Anwaar Hajji Xahaa Haaruun Ibsan

Boba’aa qusannoofi itti gaafatamummaan fayyadamuun barbaachisaadha- Biiroo Daldalaa Finfinnee

AMN PLUS - Bitootessa 10/2018 Rakkoo nageenyaa Giddugaleessa Bahaa keessatti uumame hordofee hanqinni boba’aa biyyoota addunyaa keessumaa boba’aa hin qabneefi hin oomishneetti uumamaa jiru guyyaadha guyyaatti hammaachaa dhufuu sabaa himaaleen…

Continue ReadingBoba’aa qusannoofi itti gaafatamummaan fayyadamuun barbaachisaadha- Biiroo Daldalaa Finfinnee

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Iid Al-Faxir Waggaa 1447ffaan sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS- Bitootessa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Iid Al-faxir sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii akka itti aanutti dhiyaateera. Ministirri Muummee Abiyyi…

Continue ReadingMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Iid Al-Faxir Waggaa 1447ffaan sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan