Fiilmiin seenaa jireenya Abbabach Goobanaa irratti fuuleffate gadhiifamuuf jedha

‎AMN PLUS Amajii 6/2018 ‎Fiilmiin seenaa jireenya Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa irratti xiyyeeffate gadhiifamuuf akka jedhu ibsame. Fiilmiin baasii Birrii Miliyoona 5 ol ta’uun hojjatame kun taatota 200 ol hirmaachisuun…

Continue ReadingFiilmiin seenaa jireenya Abbabach Goobanaa irratti fuuleffate gadhiifamuuf jedha

Milkaaʼina kabaja ayyaanota amantaa fi ummataaf caasaan nageenyaa cichoominaan hojjeta- Poolisii Finfinnee

AMN PLUS-Amajjii 6/2018 Ayyaanotni amantaa fi biyyaalessaa gurguddoon milkaa’inaan kabajamaa akka turanii fi kabajamaa jiran Komishinarri Qajeelcha Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee Geetuu Argaaw ibsan. Kana milkeessuuf hooggansii fi miseensotni sadarkaa…

Continue ReadingMilkaaʼina kabaja ayyaanota amantaa fi ummataaf caasaan nageenyaa cichoominaan hojjeta- Poolisii Finfinnee

Ayyaana Cuuphaa Hara Dambal, uumaama waaqaatu adda taasisa- Liiqatiguhaan Alaqaa Ermiyaas H/Goorgis

‎AMN PLUS - Amajii 6/2018 ‎Sirna kabaja ayyaana cuuphaa bara kana magaalaa Baatuutti karaa adda ta'een kabajuuf qophiin taasifamuu Mana Amantsa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Hoji-Gaggeessaa Olaanaa Kutaa Lallabaa Magaalaa Baatuufi…

Continue ReadingAyyaana Cuuphaa Hara Dambal, uumaama waaqaatu adda taasisa- Liiqatiguhaan Alaqaa Ermiyaas H/Goorgis

Qarqarri laggeen Magaalaa Finfinnee mallattoo misoomaa fi nageenyaa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS-Amajjii 6/2018 Qarqarri laggeen Magaalaa Finfinnee duraan bakka sodaatamaafi yakki itti raawwatamaa ture amma mallattoo misoomaa fi nageenyaa akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsan. Iddoowwan “Wubee…

Continue ReadingQarqarri laggeen Magaalaa Finfinnee mallattoo misoomaa fi nageenyaa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

“Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Dirreen taphaa Istaadiyemii Adeey Ababaa 'FIFA'dhaan gamaaggamamee beekamtii argachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Dirreen taphaa istaadiyeemichaa qorannoowwan garaagaraa bu'aa olaanaan dabruudhaani beekamtiin kan…

Continue Reading“Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

“Uumaan akka si fayyisu kadhanna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen dargaggoo miidiyaa hawaasummaa fayyadamee hojiilee gaarummaa hedduu hojjechuun beekamufi dhibee hamaan qabamee yaalamaa jiru Maaster Abinnetiin gaafatan. Aadde Adaanech Miidiyaa…

Continue Reading“Uumaan akka si fayyisu kadhanna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dhaabbilee fayyaa dijitaalessuuf hojjatamaa jira- Piroofeesar Natsaannat Warqinaa

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Yaa'iin qulqullina fayyaa fi kalaqaa sadarkaa biyyaatti marsaa 9ffaaf sadarkaa Oromiyaatti marsaa 4ffaaf qopheessummaa naannichaatiin Magaalaa Bishooftuutti taa'amaa jira. Yaa'icha kan saaqan Deetaan Ministiraa Ministeera Fayyaa…

Continue ReadingDhaabbilee fayyaa dijitaalessuuf hojjatamaa jira- Piroofeesar Natsaannat Warqinaa

Abbaatu magaalaa isaa misoomsa, abbaatu biyya isaa ijaarrata- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, sadarkaa Misoomni Qarqara Laggeenii Finfinnee irra ga’e ilaalchisee AMN waliin turtii taasisaniin “Abbaatu magaalaa isaa misoomsa, abbaatu biyya isaa…

Continue ReadingAbbaatu magaalaa isaa misoomsa, abbaatu biyya isaa ijaarrata- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Jila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa irratti 2ffaa ba’eef simannaan taasifame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Jila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 2ffaa ba’eef simannaan ho'aan taasifame. Sirna simannaa kana irratti Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde Shawwit Shaankaa akkasumas Deetaan Ministira…

Continue ReadingJila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa irratti 2ffaa ba’eef simannaan taasifame

Oromiyaatti Duulli Hojii Kunuunsa Biyyee fi Bishaanii guyyaa 60’f turu eegale

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Biiroon Qonnaa Oromiyaa duula tola ooltummaa kunuusa biyyeefi bishaanii guyyaa 60'f turu godina Buunnoo Beddellee Aanaa Daaboo Haannaatti eegalchiiseera. Saganticha kan eegalchiisan Hoogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa…

Continue ReadingOromiyaatti Duulli Hojii Kunuunsa Biyyee fi Bishaanii guyyaa 60’f turu eegale