Obbo Tamasgeen Xurunaan Ayyaana Iid Al-faxir 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

‎AMN PLUS- Bitootessa 10/2018 ‎Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa "Baga Ayyaana Iid Al-Faxir Geessan" jechuun hordoftoota amantaa Islaamaa hundumaaf ergaa dabarsaniiru. ‎Obbo Tamasgeen ergaa isaaniin, Ayyaanni Iid…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaan Ayyaana Iid Al-faxir 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Duudhaan waloomaa baatii sooma Ramadaanaa keessa mul’ate itti fufuu akka qabu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa dhaame

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Ayyaana Iidal Fixrii Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Ibsicha kan kennan Pirezidaantii Itti Aanaan Mana Marichaa Sheek Abdulkariim Sheek…

Continue ReadingDuudhaan waloomaa baatii sooma Ramadaanaa keessa mul’ate itti fufuu akka qabu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa dhaame

Misooma biyya biraatti arginee hawwaa turre, biyya keenyatti argineerra – Abbootii Amantaa

‎AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee tibbana dhimma biyyaarratti xiyyeeffachuun abbootii amantaafi hoggantoota manneen amantaalee garaagaraa waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii mata duree “Yaadama Mootummaa Ida’amuu…

Continue ReadingMisooma biyya biraatti arginee hawwaa turre, biyya keenyatti argineerra – Abbootii Amantaa

Beellama Cimaa Baarseloonaa Vs Niwukaastil Yuunaayitid Galgala Kana Sa’atii 2:45 Irraa Eegalu

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Arseenaal, Ispoortiingi Lizban, PSG fi Riyaal Maadriid tikkeettii gara tapha nuusa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatti isaan geessu harkatti qabataniiru. Daandii gara nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatti…

Continue ReadingBeellama Cimaa Baarseloonaa Vs Niwukaastil Yuunaayitid Galgala Kana Sa’atii 2:45 Irraa Eegalu

Jilli Itoophiyaafi Chaayinaa Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuuf Filmaatilee Faayinaansii Irratti Mari’atan

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Ambaasaaddar Cheen Haay fi jila eksipoorti impoortii Baankii Chaayinaa (China Exim Bank) irraa dhufan waliin dhimmoota dinagdee…

Continue ReadingJilli Itoophiyaafi Chaayinaa Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuuf Filmaatilee Faayinaansii Irratti Mari’atan

Humni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaa milkiin akka xumuramuuf qophii barbaachisu taasisuu ibse

AMN PLUS- Bitootessa 09/2018 Humni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaa, Istaadiyemii Finfinneefi Masgiidota magaalaa Finfinneetti argamanitti bifa duudhaa amantichaa eeggateen akka kabajamuuf qophii barbaachisu taasisuun hojiitti seenuu beeksiseera. Waltajjii…

Continue ReadingHumni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaa milkiin akka xumuramuuf qophii barbaachisu taasisuu ibse

Senegaal Mana Murtii Ispoortii Addunyaatti ijibbaata akka dhaabbattu beeksiste

AMN PLUS- Bitootessa 09/2018 Konfedereeshiniin Kubbaa Miillaa Afriikaa (CAF) Waancaa Afriikaa Senegaal injifatte haquun Morookoof akka kennamu murteessuu hordofee Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Senegaal ibsa baaseera. Ibsa kanaanis "Murtoon CAF haqa-maleessafi…

Continue ReadingSenegaal Mana Murtii Ispoortii Addunyaatti ijibbaata akka dhaabbattu beeksiste

Kantiibaa Adaanech Abeebee ayyaana Iid Al-Faxirii sababeeffachuun namoota kuma 100 ol ta’aniif maaddi qoodaniiru

AMN PLUS- Bitootessa 09/2018 Finfinneetti namoota harka qalleeyyii humna hin qabneef, qaama miidhamtootaafi namoota deeggartoota hin qabneef, sagantaan maaddii qooduu Kutaa Magaalotaa fi Aanaalee hunda keessatti taasifamaa akka jiru Kantiibaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee ayyaana Iid Al-Faxirii sababeeffachuun namoota kuma 100 ol ta’aniif maaddi qoodaniiru

Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa badhaasa idil addunyaa argate

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa badhaasa kaffaltii Baankii giddu galeessaafi ijaarsa bu'uuraalee misooma gabaa 'Central Banking' qopheessu argateera. Baankichi bu’uuraalee misooma gabaa faayinaansii Itoophiyaa ijoo ta'an irratti…

Continue ReadingBaankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa badhaasa idil addunyaa argate