Lammiileen Miiliyoona Sagalii ol filachuuf galmaa’aniiru- Boordii Filannoo Biyyaalessaa

AMN PLUS – Bitootessa 04/2018 Filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaa barana gaggeeffamuuf hanga ammaatti lammiileen Miiliyoona Sagalii ol filachuuf galmaa’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise. Boordichi adeemsa galmee filannoo torban tokkoo ilaalchisuun…

Continue ReadingLammiileen Miiliyoona Sagalii ol filachuuf galmaa’aniiru- Boordii Filannoo Biyyaalessaa

Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaa lama irratti murtoo dabarse

AMN PLUS- Bitootessa 4/2018 Kaabineen magaalaa Finfinnee Walga'ii idilee 5ffaa taa'een ajandaalee lama irratti mari'achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan:- 1. Qorannoo Fooyyessa Faayidaa seeraa Abbootii Alangaa dhiyaaterratti mari'achuun murtoo dabarseera.…

Continue ReadingKaabineen magaalaa Finfinnee ajandaa lama irratti murtoo dabarse

Finfinneedhaa Ka’ee Biyya Waliin Gahe – Misooma Koriidarii

AMN PLUS - Bitootessa 05/2018 Teessoon diiploomaasii Afriikaa Finfinneen roga maraan fakkeenya tahuun waan irra jiraatuuf akka dhala hangafaa maatii tokkotti ilaalamti. Finfinneen bakka walgeetti saboota, sablammootaafi uummattoota Itoophiyaa tahuun…

Continue ReadingFinfinneedhaa Ka’ee Biyya Waliin Gahe – Misooma Koriidarii

“Nuti warra milkiiti, Wareegamni kaffalaa turre badheetti hin hafne- Obbo Kaffaaloo Tafarraa

AMN PLUS- Bitootessa 05/2018 Garaagarummaa ilaalchaa mariifi marabbaan furuun sirna uummata fayyadamaa taasisu ijaaruu qabna jedhan Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa. Mariin Paanaalii qaamoleen hawaasaa…

Continue Reading“Nuti warra milkiiti, Wareegamni kaffalaa turre badheetti hin hafne- Obbo Kaffaaloo Tafarraa

MM Abiyyi Ahimad Bulchaa Dubaayii, Itti aanaa Pireezidaantii fi Ministira Muummee Gamtaa Eemireetoota Arabaa waliin mari’atan

AMN PLUS - Bitootessa 5/ 2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Bulchaa Dubaayii, Ittiaanaa Pireezidaantii fi Ministira Muummee Gamtaa Eemireetoota Arabaa Sheek Mahaammud Biin Raashiid Al Maktuum waliin mari'ataniiru.…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Bulchaa Dubaayii, Itti aanaa Pireezidaantii fi Ministira Muummee Gamtaa Eemireetoota Arabaa waliin mari’atan

Seeraan-altummaa daldala boba’aarratti mul’aturratti tarkaanfii cimaan ni fudhatama- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

AMN PLUS- Bitootessa 05/2018 Magaalaa Finfinnee keessatti gochaalee namtolcheen boba'aan bifa haqa-qabeessa ta'een tajaajila urra oolaa akka hin jirre Kantiibaa Itti Aanaafi Hoogganaan Biiroo Misooma Indaastirii M/Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay…

Continue ReadingSeeraan-altummaa daldala boba’aarratti mul’aturratti tarkaanfii cimaan ni fudhatama- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

Finfinnee wiirtuu idil-addunyaa taasisuuf hojii milkaa’aa hojjatame keessatti qindoominni Raayyaa Poolisii kan dinqisiifatamudha- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

‎AMN PLUS- Bitootessa 05/2018 Feestivaalli Ispoortii Poolisii Finfinnee eegalame. ‎Feestivaalliifi dorgommiin Ispoortii Poolisii sadarkaa magaalaa Finfinneetti adeemsifamu kun mata duree "Ergama Gootummaan, Ispoortii Bu'aan" jedhuun har'a Istaadiyemii Abbabaa Biqilaatti haala…

Continue ReadingFinfinnee wiirtuu idil-addunyaa taasisuuf hojii milkaa’aa hojjatame keessatti qindoominni Raayyaa Poolisii kan dinqisiifatamudha- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

MM Abiyyi Ahimad lammiilee Godina Gaamootti balaa uumamaan miidhaman gaafachuuf gara Arbaaminc imalan

AMN PLUS - Bitootessa 05/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa UAE xumuruun gara biyyaatti akkuma deebi'aniin lammiilee Godina Gaamootti balaa uumamaan miidhaman gaafachuuf kallattumaan magaalaa Arbaaminc gahaniiru. Turtii…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad lammiilee Godina Gaamootti balaa uumamaan miidhaman gaafachuuf gara Arbaaminc imalan

Maarki fi Maaksi: Dubbii Kubbaa Miilaa Bubbuleefi Irra Deebi’ame – Roonii vs Doowmaan

AMN PLUS - Bitootessa 06/2018 Maarkiifi Maaksi Ingilizoota osoo hin gahiin gahan yeroo isaaniitti mi'eessitu tapha kubbaa miilaa dhugaa lakkoofsotni ragaa bahan galmeessaniiru. Seenaa kubbaa miilaa Addunyaa dhugaa bu'uureffate, yaadaan…

Continue ReadingMaarki fi Maaksi: Dubbii Kubbaa Miilaa Bubbuleefi Irra Deebi’ame – Roonii vs Doowmaan

Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Bitootessa 06/2018 “Dhaabbileen Amantaa Yaadama Mootummaa Ida'amuu" mata duree jedhuun har'a ganama marii bu'a qabeessa taasisuu isaanii Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. ‎Itoophiyaan biyya amantaa, aadaafi…

Continue ReadingDhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee