Giddu Galootni Gurgurtaa Oomisha Qonnaa Finfinneetti Argaman Gabaa Idileerra Gatii Madaalawaan Oomisha Dhiyeessu – Taajjabbii AMN

AMN PLUS - Bitootessa 04/2018 Giddu galootni gurtgurtaa oomisha qonnaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneen ijaaraman qaala’iinsa jireenyaa tasgabeessuuf gahee isaanii ba’achaa jiraachuu ibsameera. Giddu galootni kunneen oomishaalee qonnaa qulqullina qaban gatii…

Continue ReadingGiddu Galootni Gurgurtaa Oomisha Qonnaa Finfinneetti Argaman Gabaa Idileerra Gatii Madaalawaan Oomisha Dhiyeessu – Taajjabbii AMN

Odeeffannoo Kennuu Hanga Faayidaa Biyyaalessaa Eegsisuu Gahee Miidiyaalee – Daaqoon Daani’eel Kibrat

AMN PLUS - Bitootessa 03/2018 Miidiyaaleen Itoophiyaa odeeffannoo kennuu qofa osoo hin taane faayidaa biyyaalessaa eegsisuu keessatti gahee isaanii sirnaan bahachuu qabu jedhan Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daaqoon Daani'eel…

Continue ReadingOdeeffannoo Kennuu Hanga Faayidaa Biyyaalessaa Eegsisuu Gahee Miidiyaalee – Daaqoon Daani’eel Kibrat

Finfinneen Ijaarsa Seeraan Alaa Ittisuu, To’achuu, Qorachuufi Tarkaanfii Fudhachuun Hojii Gaarii Hojjechuun Ibsame

AMN PLUS - Guraandhala 26/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambiifi Abbaan Taayitaa Eeyyamaafi To'annoo Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee baatiiwwan torban darban ijaarsa seeraan alaa ittisuu, to'achuu, qorachuufi tarkaanfii fudhachuun hojii gaarii hojjechuun…

Continue ReadingFinfinneen Ijaarsa Seeraan Alaa Ittisuu, To’achuu, Qorachuufi Tarkaanfii Fudhachuun Hojii Gaarii Hojjechuun Ibsame

Waa’ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan?

AMN PLUS - Guraandhala 26/2018 Miidiyaalee Idil Addunyaa buufata poolisii nam-lameessa tibbana hojii eegale BBC’n xiinxaleera. Miidiyichi gabaasa qindeesseen tajaajilli poolisii nam-maleessi magaalaa Finfinneetti kennamu eegale namoota tajaajila poolisii barbaadan…

Continue ReadingWaa’ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan?

Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise.

‎AMN PLUS- Guraandhala 25/2018 ‎Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmeessa taateewwan magaalattii akkaataa istaandaardii idil-addunyaatiin galmeessisuuf hojii qindoomina qabu hojiirra oolchuusaa beeksise. ‎Itti aanaan Daayreektara Olaanaa Ejensichaa…

Continue ReadingEjensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise.

Manni Maree Magaalaa Finfinnee AMN Dabalatee Dhaabbilee Milkaa’ina Guyyaa Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaaf Hojii Boonsaa Hojjetan Galateeffate

AMN PLUS - Guraandhala 20/2018 Afa Yaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Alkadir Dhaabbilee Qindoominaan Hojjechuun Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa Marsaa 20ffaa Milkeessaniif Galata Dhiyeessaniiru. Manni Maree…

Continue ReadingManni Maree Magaalaa Finfinnee AMN Dabalatee Dhaabbilee Milkaa’ina Guyyaa Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaaf Hojii Boonsaa Hojjetan Galateeffate

Finfinneen Ji’oota Jahan Darban Itti Quufinsa Kenniinsa Tajaajilaa Mirkaneessiteetti – Injinar Wandimmuu Seettaa

AMN PLUS – Guraandhala 19/2018 Finfinneen Ji’oota Jahan Darban Itti Quufinsa Kenniinsa Tajaajilaa Mirkaneessiteetti Jedhan Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoji Gaggeessaan Magaalatti Injinar Wandimmuu Seettaa. Waajjirri Hoji Gaggeessaa Magaalaa Finfinneefi…

Continue ReadingFinfinneen Ji’oota Jahan Darban Itti Quufinsa Kenniinsa Tajaajilaa Mirkaneessiteetti – Injinar Wandimmuu Seettaa

Finfinneen Tajaajila Biirolee 17 Bakka Tokkotti Kennuu Eegalte- A-Masoob

AMN PLUS- Guraandhala 19/2018 Magaalaa Finfinneetti Tajaajilli Giddu Gala Tokkoo A-Masoobiin kennamu hammantaan dabaluu ibsame. Daayirektarri Olaanaa A-Masoob Obbo Yoonaas Alamaayyoo, dhaabbileen tajaajila giddu gala tokkoo kanaan maammilootaaf dhaqqabaa turan…

Continue ReadingFinfinneen Tajaajila Biirolee 17 Bakka Tokkotti Kennuu Eegalte- A-Masoob

Finfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

‎AMN PLUS- Guraandhala 17/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti kenniinsi tajaajila socho'aa Addis Masoob atoobusiin kennamu akka Afriikaatti kan jalqabaa ta'e torbanoota muraasa keessatti kan eegalamu tahuu Daayirektara Olaanaa Tajaajila Giddu Gala Tokkoo…

Continue ReadingFinfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

Hudhaalee Indaastiriiwwan Mudatan Furuun Mul’ata Itoophiyaan Haa Oomishtuu Galmaan Gahaa Jira – Obbo Jaanxiraar Abbaay

AMN PLUS – Guraandhala 16/2018‎ Hudhaalee Indaastiriiwwan Mudatan Furuun Mul'ata Itoophiyaan Haa Oomishtuu Galmaan Gahuuf Qindoominni Qaamolee Dhimmi Ilaaluufi Indaastiriiwwan Oomishaa Murteessaa Tahuu Kantiibaa Itti Aanaafi Hoogganaan Biiroo Misooma Indaastirii…

Continue ReadingHudhaalee Indaastiriiwwan Mudatan Furuun Mul’ata Itoophiyaan Haa Oomishtuu Galmaan Gahaa Jira – Obbo Jaanxiraar Abbaay