Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen marii Inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti hirmaatan
AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 Ministiroonni Maallaqaa Gaanfa Afrikaa yaa'ii Fandii Maallaqaa Idil-addunyaa (IMF) fi Garee Baankii Addunyaa Waajjira Muummee Baankii Addunyaa Waashingitan D.C.tti adeemsifama jirun cinatti Innisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti mari'atan.…