Ijaarsi mana jireenyaa barsiisotaa jalqabamuun xiyyeeffannoo olaanaa barsiisotaaf kenname akka agarsiisu ibsame
AMN PLUS- Amajjii 28/2018 Ijaarsi manneen jireenyaa waliinii barsiisotaa ifatti jalqabamuun isaa gaaffilee bu’uuraa barsiisotni yeroo dheeraaf gaafataa turan kan deebise ta’uu isaa Waldaan Barsiisotaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Waldaan Barsiisotaa…