Riifoormiin dhaabbilee ammayyeessuuf eegalame firii agarsiisaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS – Ebla 21/2018 Hojimaatni dhaabbilee Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee namarratti kan hirkatan osoo hin taane, hojimaata sirna bu’uureffateen kan geggeeffaman akka ta’aniif hojiin hojjetamaa jiru firii agarsiisaa jiraachuu Kantiibaan…