Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban – Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu?

AMN PLUS- Mudde 16/2018 Sirna ciisanyaafi abbaa lafaa bara mootummaa  Hayilasillaasee mormuuf qabsoo barattoota keessatti hirmaannaa guddaa qabu, Hayyuu Maammoo Gadaa umrii isaanii guutuu mirgaaf falmachaa akka turan ibsu. Hayyuu…

Continue ReadingAjjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban – Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu?

“Rakkoo Elektiriikii furuuf kalaqni uume akka Afirikaatti 1ffaa ba’eera”-  Fedhasaa Shuumaa

AMN PLUS- Mudde 14/2018 ‎Kalaqa 47 uumeera. Dorgommii Idil-addunyaa biyya Chaayinaa magaalaa Tinjaanitti bara 2007 qophaa'e irratti Kalaqa Rakkoo Elektiriikaa furu qabatee dorgomuun akka Afiriikaatti 1ffaa, akka Addunyaatti 9ffaatti ba’eera. Fedhasaa…

Continue Reading“Rakkoo Elektiriikii furuuf kalaqni uume akka Afirikaatti 1ffaa ba’eera”-  Fedhasaa Shuumaa

‎”Mogor Tuulama naannawaa Salaaleetiif mallattoo diddaati” Barreessaa Olaanaa Damee

AMN PLUS - Mudde 13/2018 ‎Seenaa goototaa keessatti lafti isaan madheeffatanii, gaafa sochiin isaan dhibe umurii isaaniif umurii diddaa isaanii dheereffachuuf keessa socho'an Mogor akka ta'e Barreessaafi Barsiisaa Olaanaa Damee…

Continue Reading‎”Mogor Tuulama naannawaa Salaaleetiif mallattoo diddaati” Barreessaa Olaanaa Damee

Nageenya waaressuuf barsiisotaafi barattootni gahee isaanii akka bahatan gaafatame

AMN PLUS- Mudde 11/2018 Nageenyaa fi tasgabbii Magaalaa Finfinnee eegsisuufi waaressuuf  barattootni fi barsiisotni gahee isaan irraa eegamu bahuu akka qaban Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee waamicha dhiyeesse. Walta'insa…

Continue ReadingNageenya waaressuuf barsiisotaafi barattootni gahee isaanii akka bahatan gaafatame

Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi)

AMN PLUS - Muddee 10/2018 Aartii kubbaa miilaa afaan baasee dubbatu Piriimer Liigii Ingiliiziin agarsiisee hanga waancaa addunyaa injifachuutti  itti fufeera. Gahumsa isaa bareedinaafi gara laafummaan kuuleera. Dandeettii kalaqaa,hoggansaafi jaalala…

Continue ReadingQabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi)

Finfinneetti lammiileen miliyoona 7 ol ‘Faayidaaf’ galmaa’aniiru- Injinar Wandimmuu Seettaa

AMN PLUS-Mudde 10/2018 Tajaajila dijitaalaa guddina Magaalaa Finfinnee madaalu kennuun barbaachisaa ta’uu Hoji-Gaggeessaan Olaanaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Injinar Wandimmuu Seettaa ibsan. ‎Magaalaan Finfinnee guddina saffisaa irra jiraachuu kan ibsan Injinar…

Continue ReadingFinfinneetti lammiileen miliyoona 7 ol ‘Faayidaaf’ galmaa’aniiru- Injinar Wandimmuu Seettaa

‎Inistitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Pilaatfoormii Dijitaalaa “Agrilearn” jedhamu ifoomse‎

AMN PLUS- Mudde 10 /2018 ‎Inistitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Itoophiyaa ATPilaatfoormii Dijitaalaa "ATI-AgriLearn" jedhamu ifoomse. ‎Pilaatfoormiin kun yeroo jalqabaaf kan hojiirra oole yoo ta'u filmaatilee dargaggoonni ittiin fayyadaman Shan kan of…

Continue Reading‎Inistitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Pilaatfoormii Dijitaalaa “Agrilearn” jedhamu ifoomse‎

“Nama yaadaan si dhibe yaadaan sirreessita malee uleen hin cabsitu” – Obbo Kadir Bulloo

AMN PLUS - Mudde 7/2018‎‎Mariin biyyaalessaa kan mootummaa qofa osoo hin taane kan uummata Itoophiyaa Miiliyoona 130 ol akka ta'e Ogeessi Seeraa Obbo Kadir Bulloo turtii AMN PLUS Qophii “Roga…

Continue Reading“Nama yaadaan si dhibe yaadaan sirreessita malee uleen hin cabsitu” – Obbo Kadir Bulloo

Finfinnee akkas miidhagde arguukootti nan boona- Wellistuu Hawwii Dhaabaa (Wiihaa)

AMN PLUS – Mudde 7/2018 Hojii Finfinneetti hojjetameen baay'een gammada, ittiinan boone jechuun Weellistuu Hawwii Dhaabaa (Wihaa) himte. Aartistoota biyyoota Afrikaa adda addaa fi muuziqeessitoota Itoophiyaa sirna badhaasa Odaa irratti…

Continue ReadingFinfinnee akkas miidhagde arguukootti nan boona- Wellistuu Hawwii Dhaabaa (Wiihaa)