Tiyaatira aadaafi duudhaa uummata Oromoo sirnaan mul’isuurratti xiyyeeffate – Saddeeta

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Tiyaatirrii aadaafi duudhaa uummata Oromoo shoora dubartootaafi siinqeerratti xiyyeeffachuun barreeffameefi moggaasni maqaa Saddeeta jedhu kennameef Dilbata dhufu akka eebbifamu ibsameera. Dhaabbatni Bulchiinsa Manneen Tiyaatiraa Finfinnee…

Continue ReadingTiyaatira aadaafi duudhaa uummata Oromoo sirnaan mul’isuurratti xiyyeeffate – Saddeeta

Finfinneen yaa’ii kunuunsa daa’imummaan duraa Ardii Afrikaa keessummeessuufi

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Finfinneen yaa'ii kunuunsa daa'imummaan duraa sadarkaa Afrikaa kan bakka bu'ootni biyyoota 19 irratti hirmaatan akka keessummeessitu ibsameera. Yaa'ichi Caamsaa 03/2018 irraa eegalee kan gaggeeffamu yoo…

Continue ReadingFinfinneen yaa’ii kunuunsa daa’imummaan duraa Ardii Afrikaa keessummeessuufi

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis waliin mari’atan

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis Roob Jeetan waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Roob Jeetan waliin dhimmoota waloorratti marii…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis waliin mari’atan

Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinnee seenaa jiru

AMN PLUS- Ebla 28/2018 Rogeeyyii miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinneetti walitti qabaman keessaa yuutuuberri beekamaa Afrikaa, jijjiirama Finfinnee ardiifi addunyaaf gabaasuun kan beekamu Wodee Maayaan isa tokkodha. Wodee Maayaan lammii…

Continue ReadingRogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinnee seenaa jiru

Harka hojjetu ni jajjabeessina – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Intarpiraayizota 1,278'f sheedii bakka hojii dabarsuu himan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, ‎jiyyummaa kan injifannu jabaannee yoo…

Continue ReadingHarka hojjetu ni jajjabeessina – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ebli 27 guyyaa galmeen seenaa kaleessaa banamee itti dubbifamu qofa miti- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS , Ebla  27/2018‎Ebli 27 guyyaa galmeen seenaa kaleessaa banamee  itti dubbifamu qofa miti jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.‎Tajaajilichi Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Goototaa 85ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.‎Waggaa 85…

Continue ReadingEbli 27 guyyaa galmeen seenaa kaleessaa banamee itti dubbifamu qofa miti- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

Gootummaan har’aa guddina akka biyyaatti argame itti fufsiisudha – Pirezidaanti Taayyee

‎AMN PLUS – Ebla 27/2018 ‎‎Pirezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee guyyaa gootota Itoophiyaa waggaa 85ffaatti argamuun ergaa dabarsaniin gootummaan har'aa guddina akka biyyaatti argame adda durummaan itti fufsiidha jedhaniiru. Pirezidaantichi ‎Itoophiyaan…

Continue ReadingGootummaan har’aa guddina akka biyyaatti argame itti fufsiisudha – Pirezidaanti Taayyee

“Aarsaa seenaa bakka hin buufamne kana dhaloonni gonkumaa hin dagatu” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Baga ayyaana injifannoo gootota Itoophiyaa waggaa 85ffaan isin gahe! Ayyaana Guyyaa Goototaa haala miidhagaa ta'een, Kabajamaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee, Vaayis Admiiraala Humna Galaanaa Kinduu Gazzuu,…

Continue Reading“Aarsaa seenaa bakka hin buufamne kana dhaloonni gonkumaa hin dagatu” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Aadaa gootota osoo lubbuun jiranii kabajuu, seenaa isaanii dhaloota dhufuuf gudunfuu!

AMN PLUS - Ebla 26/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee waggoota muraasaa as hojiilee misoomaa namooma irratti xiyyeeffatan hojjechuun cinaatti namoota kaleessa oolmaa biyyaaf oolan yaadachuufi deeggaruun aadaa wal galateeffachuufi beekamtii waliif…

Continue ReadingAadaa gootota osoo lubbuun jiranii kabajuu, seenaa isaanii dhaloota dhufuuf gudunfuu!

“Biyyi tattaaffii ilmaan isheen ijaaramti” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Ebla 26/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen torbee agarsiisa Teeknikaafi Ogummaa sadarkaa magaalaatti gaggeeffamu Paarkii Araadaatti bananiiru. Aadde Adaanech toora miidiyaa hawaasaa isaaniin ergaa dabarsaniin biyyi…

Continue Reading“Biyyi tattaaffii ilmaan isheen ijaaramti” Kantiibaa Adaanech Abeebee