Dameen dargaggoota Paartii Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa milkeessuuf gahee isaa bahachuu qaba – Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS - Amajjii 1/2018 Dameen dargaggoota Paartii Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa milkeessuuf gahee isaa bahachuu qaba jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti hogganaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pireezidaantii Itti…

Continue ReadingDameen dargaggoota Paartii Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa milkeessuuf gahee isaa bahachuu qaba – Obbo Adam Faaraah

Kantiibaa Adaanech raawwii hojii piroojektii qarqara laga Qabbanaa’aa fi Ginfillee qoratan

AMN PLUS - Amajjii 1/2018 Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen raawwii hojii piroojektii qarqara laga Qabbanaa'aa fi Ginfillee qorataniiru. Piroojektoota qarqara lagaa akka magaalichaatti hojjetamaa jiran 8 keessaa har’a…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech raawwii hojii piroojektii qarqara laga Qabbanaa’aa fi Ginfillee qoratan

Mootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota gara wiirtuu dinagdeetti ceesisuuf hojjechaa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS - Mudde 30/ 2018 Mootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota gara wiirtuu dinagdeetti ceesisuuf hojjechaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingMootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota gara wiirtuu dinagdeetti ceesisuuf hojjechaa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa

Summaa’uu oomisha ‎”Nestle” hordofee oomishnisaa Itoophiyaatti faayidaaf akka hin oolle dhorkame

‎AMN PLUS- Amajjii 1/2018 ‎Dhaabbatni nyaata daa'immanii oomishuun beekamu "Nestle", omishasaa tokko irratti rakkoon summaa'uu waan mudateef biyyoota itti raabsametti faayidaa irra akka hin oolleefi oomishni isaa gabaa irraa akka…

Continue ReadingSummaa’uu oomisha ‎”Nestle” hordofee oomishnisaa Itoophiyaatti faayidaaf akka hin oolle dhorkame

Sosochiin Nageenya Tiraafikaa ji’a tokkoof turu Finfinneetti eegalame

AMN PLUS- Amajjii 1/2018 Ji'i Amajjii Yeroo taatewwan garaagaraa itti heddummaatan waan ta'eef, balaa tiraafikaa mudachuu malu dursanii ittisuuf sosochiin nageenya tiraafikaa ji'a tokkoof turu har'a Magaalaa Finfinneetti eegalameera. Bara…

Continue ReadingSosochiin Nageenya Tiraafikaa ji’a tokkoof turu Finfinneetti eegalame

Oromiyaatti hidhattoota duraaniif leenjiin Haaromsaa kennamee carraan hojii uumamaafii jira – Obbo Hayiluu Addunyaa

AMN PLUS- Mudde 30/2018 Naannoo Oromiyaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuun hojiin misooma hunda galeessa mirkaneessuu cimee itti fufa jedhan hogganaan Biiroo Komunikeeshinii naannichaa obbo Hayiluu Addunyaan. Naannichatti hanga ammaatti hidhattoonni duraanii…

Continue ReadingOromiyaatti hidhattoota duraaniif leenjiin Haaromsaa kennamee carraan hojii uumamaafii jira – Obbo Hayiluu Addunyaa

Waliingeettin barnoota idileen duraa babal’ifamaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Mudde 30/2018 Barnoonni idileen duraa humna namaa egeree akka cimsu Waajjirri Ministira Muummee ibse Daa’imman barnootaa fi jireenya isaaniin akka milkaa’aniif ogummaafi beekumsa isaan barbaachisu gonfachiisuun barnootaa waaraafi…

Continue ReadingWaliingeettin barnoota idileen duraa babal’ifamaa jira- Waajjira Ministira Muummee

MM Abiyyi Ahimad, Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuusiin, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruukiif maaddii qoodan

AMN PLUS- Mudde 29/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD), Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo waliin Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuus, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruuk waliin dabarsaniiru. Dooktar…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad, Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuusiin, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruukiif maaddii qoodan