Finfinneetti sirna Daldalaa keessaa faddaaltota baasuun oomishtootaa fi shamattoota fayyadamoo taasisaa jiraachuun ibsame
AMN PLUS- Mudde 24/2018 Hoggantuun Itti Aantuu Biiroo Hojii fi Ogummaa Magaalaa Finfinnee Aadde Daagimaawwit Girmaa "Finfinnee keessatti gabaa tasgabbeessuuf oomisha qulqullina isaa eeggateefi faddaaltota bu'aa hin malleef hojjatan jidduu…