Ogeeyyiin Itoophiyaa dorgommii atileetiksii idil addunyaa akka dursan ramadaman
AMN PLUS - Bitootessa 4/2018 Itoophiyaan yeroo jalqabaaf dorgommii atileetiksii idil addunyaa akka qopheessituuf carraan kennameeraafi. Dorgommiin Giraandi Priksi Finfinneetti adeemsifamu kuni A.L.A Ebla 18 bara 2026 Finfinnee, Akaadaamii Ispoortii…