Damee Geejjibaa Itoophiyaa Gara Anniisaa Elektiriikaafi Gaazii Uumamaatti Ceesisuun Boba’aa Qusachuuf Waamichi Biyyaalessaa Dhiyaate

AMN PLUS - Bitootessa 08/2018 Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii damee geejjibaa Itoophiyaa gara anniisaa elektiriikaafi gaazii uumamaatti ceesisuun boba'aa qusachuuf waamicha biyyaalessaa dhiyeesseera. Itoophiyaan hoggansa Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) kennaniin…

Continue ReadingDamee Geejjibaa Itoophiyaa Gara Anniisaa Elektiriikaafi Gaazii Uumamaatti Ceesisuun Boba’aa Qusachuuf Waamichi Biyyaalessaa Dhiyaate

Hojiin turizimiifi eegumsa naannoo Finfinneetti hojjetame Afrikaanotaaf muuxannoo haaraadha – Lammiilee Afrikaa

‎AMN PLUS - Bitootessa 08/2018 Magaalaan Finfinnee hojii turizimiifi eegumsa naannoo wal-simsiisuun hojjechuun biyyoota Afrikaa biroofillee muuxannoo haaraa taha jedhan lammiileen biyyoota Afrikaa garaagaraa irraa dhufan hojiilee misoomaa magaalattii daawwatan.…

Continue ReadingHojiin turizimiifi eegumsa naannoo Finfinneetti hojjetame Afrikaanotaaf muuxannoo haaraadha – Lammiilee Afrikaa

Mootummaan Chaayinaa balaa sigigaannaa lafaa Godina Gaamootti mudateen miidhaa qaqqabetti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibse

AMN PLUS – Bitootessa 08/2018 Mootummaan Chaayinaa balaa sigigaannaa lafaa Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lubbuu darbeefi mancaatii qabeenyaa qaqqabetti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibse. Dubbi himaan Ministeera Dhimma…

Continue ReadingMootummaan Chaayinaa balaa sigigaannaa lafaa Godina Gaamootti mudateen miidhaa qaqqabetti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibse

Ayyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf mariin adeemsifame

‎AMN PLUS- Bitootessa 8/2018 ‎Ayyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf hoggantoota Majiliisaafi Qindeessitoota waliin mariin adeemsifame. ‎Ajajaan Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee, Leetenaal Jeneraal Asraat Denneeroo, ayyaanni Iid Al-Faxrii bara…

Continue ReadingAyyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf mariin adeemsifame

Birmadummaa loojistiksii mirkaneessuuf boqonnaa haaraa irra jirra- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS-Bitootessa 8/2018 ‎Pirojektootni Sarara Baaburaa Buufata meeshaalee goggogaa Andoodeetti babal'ifame birmadummaa loojistiksii mirkaneessuuf boqonnaa haaraa irratti akka argamu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. ‎Pirojektootni Sarara…

Continue ReadingBirmadummaa loojistiksii mirkaneessuuf boqonnaa haaraa irra jirra- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse

AMN PLUS - Bitootessa 08/2018 Magaalaa Finfinneetti daldaltootni hojiilee misoomaaf bakka hojii isaanii irraa kaafamaniifi humna deebisanii ijaarrachuu hin qabne suuqiiwwan mootummaan ijaaraman carraadhaan kennamuufiin ibsameera. Kaafamtootni misoomaa kanaan dura…

Continue ReadingFinfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse

Mootummaan amantaalee hunda qixaan keessummeessa – Kantibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Bitooteessa 08/2018 Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hoggantoota mana Amantaa Kiristaanaa warra wangeelaa, Kaatolikii fi Adveentistii waliin mari’ataniiru. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin mata duree…

Continue ReadingMootummaan amantaalee hunda qixaan keessummeessa – Kantibaa Adaanech Abeebee

Damee Geejjibaa Itoophiyaa Gara Anniisaa Elektiriikaafi Gaazii Uumamaatti Ceesisuun Boba’aa Qusachuuf Waamichi Biyyaalessaa Dhiyaate

AMN PLUS - Bitootessa 08/2018 Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii damee geejjibaa Itoophiyaa gara anniisaa elektiriikaafi gaazii uumamaatti ceesisuun boba'aa qusachuuf waamicha biyyaalessaa dhiyeesseera. Itoophiyaan hoggansa Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) kennaniin…

Continue ReadingDamee Geejjibaa Itoophiyaa Gara Anniisaa Elektiriikaafi Gaazii Uumamaatti Ceesisuun Boba’aa Qusachuuf Waamichi Biyyaalessaa Dhiyaate

Pirezidaanti Puutiin lammiilee Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagaahame ibsan

‎AMN PLUS- Bitootessa 07/2018 ‎Pirezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin lammiilee Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Gaamoo keessatti sababa sigiga lafaan lubbuun isaanii darbeef gadda isaanitti dhaga'ame ibsaniiru. ‎Pirezidaantichi gadda isaanii kana ergaa…

Continue ReadingPirezidaanti Puutiin lammiilee Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagaahame ibsan

“Itoophiyaan biyya amantii danuuti” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Bitootessa 07/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen abbootii amantaafi hoggantoota Mana Amantaa Ortodoksi Tewaahidoo Itoophiyaa waliin mari'atan. ‎Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti…

Continue Reading“Itoophiyaan biyya amantii danuuti” Kantiibaa Adaanech Abeebee