Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu

AMN PLUS- Mudde 26/2018 Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu tarree pirojektoota guguddoo Buufatalee Xiyyaaraa Sadarkaa Addunyaatti ijaaramaa jiran keessatti hammatame. Fuulli Miidiyaa hawaasummaa ‘Construction Briefing’ jedhamu baasii pirojektootaa, lakkoofsa balallii keessummeessanii…

Continue ReadingPirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu

Ga’eessa waggoota dheeraa dirree kubbaa keessa bubbule-Jeemsi Miilnar

AMN PLUS - Mudde 26/2018 Jeemsi Miilnar Maanchistar Siitii, Liveerpuuliifi Biraaytan dabalatee kilaboota garaagaraa pirimeerliigii Ingilaandiif hiriireera. Yeroo ammaa kilaba Biraaytaniif taphachaa kan jiru yoo tahu har'a umriin ganna 40…

Continue ReadingGa’eessa waggoota dheeraa dirree kubbaa keessa bubbule-Jeemsi Miilnar

Ameerikaan Pirezidaantii Veenzuweelaa Nikoolaas Maaduroo to’atte

AMN PLUS – Mudde 25/2018 Ameerikaan haleellaa qilleensaa magaalaa guddoo Venezuweelaa Kaaraakaasitti taasisteen Pirezidaant Nikolaas Maaduroo fi haadha warraa isaanii to’achuu Pirezidaantiin Amerikaa Doonaald Tiraamp beeksisan. US Ardii Laatiin Amerikaa…

Continue ReadingAmeerikaan Pirezidaantii Veenzuweelaa Nikoolaas Maaduroo to’atte

Finfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa Taasisuuf sochii taasifamu keessatti gaheen dhuunfaa shoora bahataa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Mudde25/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Hospitaala Dhuunfaa 'Habarii' eebbisuun hojii eegalchiisaniiru. ‎Kantiibaa Adaanech saganticha irratti haasaa taasisaniin, Magaalaan Finfinnee Tuurizimii Fayyaa babal'isuuf gama mootummaafi dhuunfaatiin hojiiwwan…

Continue ReadingFinfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa Taasisuuf sochii taasifamu keessatti gaheen dhuunfaa shoora bahataa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Agarsiisni uffataalee aadaa 120 hirmaachise “Kan Seenaa 2026” adeemsifame

‎AMN PLUS- Mudde 25/2018 ‎Agarsiisni Faashinii Seenaan qophaa'ee, uffatootni aadaa biyya keenyaa 120 irratti agarsiifaman magaalaa Finfinnee Giddugala Konvenshinii Idil-Addunyaa Addisitti adeemsifameera. ‎Hoggantuun Itti Aantuu Biiroo Aadaa fi Ogummaa Magaalaa…

Continue ReadingAgarsiisni uffataalee aadaa 120 hirmaachise “Kan Seenaa 2026” adeemsifame

Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad

‎AMN PLUS - Mudde 25/2018 ‎Abbuuraa holqaa Naasir Ahimad Qorataa holqaa Itoophiyaa yeroo jalqabaa yoo ta'u akka Afriikaatti isa 2ffaati. ‎Afiriikaa bakka bu’ee Jarmanitti baadhafameera jedha AMN Dijitaal waliin turtii…

Continue ReadingQabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad

Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS-Mudde 24/2018 Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara badhaadhinaatti akka biyya ceesisu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yaadni humna jijjiiramaa tahuu…

Continue ReadingJijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Finfinneetti sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii baatii Amajjii adeemsifamaa

‎AMN PLUS-Mudde 24/2018 Magaalaa Finfinneetti sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii ji’a tokkoof turu akka adeemsifamu Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafiikaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii magaalaa keessatti taasifamu…

Continue ReadingFinfinneetti sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii baatii Amajjii adeemsifamaa