Kantiibaa Adaanech Abeebeen hojjettoota qaxalee guyyaa ayyaanaa hojiin dabarsan waliin laaqana qooddatan

AMN PLUS- Amajjii 11/2018 Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota qaxalee Finfinnee Misoomsuuf Ayyaana Cuuphaa hojiin dabarsaniif maaddii qoodaniiru. Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, guyyaa har’aa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen hojjettoota qaxalee guyyaa ayyaanaa hojiin dabarsan waliin laaqana qooddatan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun maanguddootaaf maaddii qooduun gaabii uwwisan

AMN PLUS - Amajjii 11/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Dhaabbata Tola Ooltummaa Sanshaayin waliin ta'uun Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun maanguddootaaf maaddii qooduun gaabii uwwisan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun maanguddootaaf maaddii qooduun gaabii uwwisan

“Kaayyoo Cuuphaa hubannee guyyaa guyyaan ittiin jiraachuu qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Amajjii 11/2018 Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Ayyaanni Cuuphaa magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti karaa…

Continue Reading“Kaayyoo Cuuphaa hubannee guyyaa guyyaan ittiin jiraachuu qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS - Amajjii 10/2018 Guutummaan Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Akka Itti aanutti Dhiyaateera ================== Baga ayyaana cuuphaa gooftaa Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe nu gahe! Kisristaanota biratti Cuuphaan, mul'istuu ifatti…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen haadholii hojii daldala daandiirraan aduufi qorra keessa hojjetaa turaniif sheedii ammayyaa dabarsan

AMN PLUS- Amajjii 10/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lidataatti haadholii hojii daldala daandiirraan aduufi qorra keessa hojjetaa turaniif sheedii ammayyaa waan hunda guuttachuun ijaarame dabarsanii kennan.…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen haadholii hojii daldala daandiirraan aduufi qorra keessa hojjetaa turaniif sheedii ammayyaa dabarsan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen haalduree qophii ayyaana Cuuphaa ilaalchisuun abbootii amantaafi koree qindeessituu ayyaanichaa waliin mari’atan

AMN PLUS - Amajjii 8/2018 Ergaa Guutuu Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayyaanni Cuuphaa kan hordoftoota amantaa Ortodoksi Tawaahidoo qofa osoo hin taane hambaa Kiliyaa qabeenya addunyaatti jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen haalduree qophii ayyaana Cuuphaa ilaalchisuun abbootii amantaafi koree qindeessituu ayyaanichaa waliin mari’atan

Ayyaana Cuuphaa bakka qulqulluutti, daandii qulqulla’aa fi magaalaa qulqulluu keessatti kabajuun ulfina Ayyaanichaaf maluudha- Inj. Wandimmuu Seettaa

Amajjii 9, 2018-AMN PLUS Jalabultii Ayyaana Kataraa fi Cuuphaaf bakka Taaboonni buluu fi Ayyaanichi itti kabajamu duulaan qulqullaa'e. Sirnicha irratti abbootiin amantaa, hoggantoonni olaanaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee, abbootiin gadaa fi…

Continue ReadingAyyaana Cuuphaa bakka qulqulluutti, daandii qulqulla’aa fi magaalaa qulqulluu keessatti kabajuun ulfina Ayyaanichaaf maluudha- Inj. Wandimmuu Seettaa

“Uumaan akka si fayyisu kadhanna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen dargaggoo miidiyaa hawaasummaa fayyadamee hojiilee gaarummaa hedduu hojjechuun beekamufi dhibee hamaan qabamee yaalamaa jiru Maaster Abinnetiin gaafatan. Aadde Adaanech Miidiyaa…

Continue Reading“Uumaan akka si fayyisu kadhanna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kenni tajaajila lammummaa badhaadhinaa fi tokkummaa biyyaaf murteessadha- Aadde Caaltuu Saanii

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Lammiileen bakka qulqulluufi jireenya fooyya'aa akka jiraataniif naannolee biyyattii garagaraa keessatti manneen moodela hawaasa harka qalleeyyiif ijaaranii kennuun murteessaa akka ta’e Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu'uuraalee Misoomaa…

Continue ReadingKenni tajaajila lammummaa badhaadhinaa fi tokkummaa biyyaaf murteessadha- Aadde Caaltuu Saanii

Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalamuu Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Bulchiinsa Magaalichaa beeksise. Daayirektarri Komunikeeshinii Abbaa Taayitichaa…

Continue ReadingFinfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame