Itoophiyaan seenaa ishee keeessatti yeroo jalqabaaf taphootaafi Ispoortii Aadaa Afrikaa qopheessuuf filatamte

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Itoophiyaan yeroo jalqabaaf Feestivaala guddaa (multi-event) taphootaafi ispoortii aadaa Afrikaa qopheessuuf filatamuun ibsameera. Konfedeereshiniin Taphootaafi Ispoortii Aadaa Afrikaa (ATSGC) gaaffii miseensummaa Federeeshinii Ispoortii Aadaa Itoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan seenaa ishee keeessatti yeroo jalqabaaf taphootaafi Ispoortii Aadaa Afrikaa qopheessuuf filatamte

Festivaalli Sarkasii Jalqabaa Finfinnee Giddu Gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti Eegale

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Biiroon Aadaafi Aartii Magaalaa Finfinneefi Waldaan Sarkasii Finfinnee mata duree 'Ogummaan Sarkasii Olka'iinsa Itoophiyaaf' jedhun kan qopheessan Festiivaala Wal dorgommii Sarkasii Jalqabaa Eegalchiisaniiru. Keessummaan kabajaa…

Continue ReadingFestivaalli Sarkasii Jalqabaa Finfinnee Giddu Gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti Eegale

Kilaba Qidduus Giyoorgis diigamurra gahe baraaruuf Birrii Miiliyoona 100 deeggarsa taasifneerra – Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Bitootessa 19/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee kilaba seenaa bara dheeraa qabu Qidduus Giyoorgis kan sadarkaa diigamurra gahe baraaruuf qaamolee garaagaraa qindeessuun deeggarsa Birrii Miliyoona 100…

Continue ReadingKilaba Qidduus Giyoorgis diigamurra gahe baraaruuf Birrii Miiliyoona 100 deeggarsa taasifneerra – Kantiibaa Adaanech

Mootummaan Ispoortii Aadaa akka qaama turizimiitti irratti hojjetaa jira-Obbo Makkiyyuu Mahaammad

AMN PLUS-Bitootessa 20/2018 Feestivaalli Ispoortii Aadaa Biyyaalessaa 23ffaan sirna baniinsa isaa irratti keessummoota Federeeshinii Ispoortii Aadaa Afrikaa hirmaachiise Magaalaa Harariitti eegaleera. Saganticharratti ergaa kan dabarsan Deetaan Ministira Aadaafi Ispoortii Obbo…

Continue ReadingMootummaan Ispoortii Aadaa akka qaama turizimiitti irratti hojjetaa jira-Obbo Makkiyyuu Mahaammad

Nama Guddina Ispoortii Oromiyaaf Quuqama Qabaniifi Aantummaa Agarsiisaa Jiran – Obbo Tamasgeen Namee

AMN PLUS - Bitootessa 17/2018 Karoora Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannicha damee hundaan galaana ispoortessitootaa taasisuu qabatee itti jiru namoota dhuunfaa dhugoomsaa jiran keessaa Obbo Tamasgeen Namee isaan tokkodha. Obbo Tamasgeen…

Continue ReadingNama Guddina Ispoortii Oromiyaaf Quuqama Qabaniifi Aantummaa Agarsiisaa Jiran – Obbo Tamasgeen Namee

Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa’atii 1:30 irraa eegalu

AMN PLUS - Bitootessa 13/2018 Arteettaafi Gaardiyolaan barataafi barsiisaa turan. Lammiileen Ispeen kunniin lameen sirriitti quba wal qabu. Dubbii hin haalamne baay'een kan dhugaa bahan Arteettaa keessatti Peep daawwachuun baratamaa…

Continue ReadingWal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa’atii 1:30 irraa eegalu

Beellama Cimaa Baarseloonaa Vs Niwukaastil Yuunaayitid Galgala Kana Sa’atii 2:45 Irraa Eegalu

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Arseenaal, Ispoortiingi Lizban, PSG fi Riyaal Maadriid tikkeettii gara tapha nuusa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatti isaan geessu harkatti qabataniiru. Daandii gara nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatti…

Continue ReadingBeellama Cimaa Baarseloonaa Vs Niwukaastil Yuunaayitid Galgala Kana Sa’atii 2:45 Irraa Eegalu

Senegaal Mana Murtii Ispoortii Addunyaatti ijibbaata akka dhaabbattu beeksiste

AMN PLUS- Bitootessa 09/2018 Konfedereeshiniin Kubbaa Miillaa Afriikaa (CAF) Waancaa Afriikaa Senegaal injifatte haquun Morookoof akka kennamu murteessuu hordofee Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Senegaal ibsa baaseera. Ibsa kanaanis "Murtoon CAF haqa-maleessafi…

Continue ReadingSenegaal Mana Murtii Ispoortii Addunyaatti ijibbaata akka dhaabbattu beeksiste