Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta’u Hin Qaban – Obbo Xilaahun Warquu

AMN PLUS - Bitootessa 03/2018 ‎Dhaabbileen Amantaa dahoo daldala siyaasaafi yakkamtootaa ta'u akka hin qabne Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun Warquu himan. Mariin "Yaadama Mootummaa Ida'amuu Dhaabbilee…

Continue ReadingDhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta’u Hin Qaban – Obbo Xilaahun Warquu

Qaamoleen Odeeffannoo Dogoggoraafi Haasaa Jibbiinsaan Burjajjii Uuman Gocha Isaanirraa Of-Qusachuu Akka Qaban Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Kaampaanii Meettaa (Meta) waliin ta’uun leenjii gaazexeessitoota miidiyaa dijiitaalaaf kenneen “yeroo filannootti odeeffannoowwan dogoggoraafi haasaawwan jibbiinsaa toora miidiyaalee hawaasaan akka hin…

Continue ReadingQaamoleen Odeeffannoo Dogoggoraafi Haasaa Jibbiinsaan Burjajjii Uuman Gocha Isaanirraa Of-Qusachuu Akka Qaban Ibsame

Badhaadhina Biyyaa Mirkaneessuun Nagaa Waaressuuf Tokkummaafi Walta’iinsi Dhaabbilee Amantaa Gumaacha Akka Qabu Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 01/2018 Waltajjiin Marii Abbootii Amantaalee Garaagaraa hirmaachise Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffameera. Maricharratti kan argaman Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Maallaqaa Magaalaa Finfinnee Obbo Abdulqaadir Reeduwaan dhaabbileen…

Continue ReadingBadhaadhina Biyyaa Mirkaneessuun Nagaa Waaressuuf Tokkummaafi Walta’iinsi Dhaabbilee Amantaa Gumaacha Akka Qabu Ibsame

Itoophiyaafi Galaanni Diimaa Akka Saantima Tokko Fuula Lamaa Qabuuti – Jeneraal Yimar Mokonnin

‎AMN PLUS- Bitootessa 1/2018 Itoophiyaafi Galaanni diimaan adda bahanii kan ilaalamne akka saantima tokko fuula lama qabuuti jedhan Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaatti Itti Gaafatamaan Qajeelcha Olaanaa Barnootaafi Leenjii Jeneraal Yimar…

Continue ReadingItoophiyaafi Galaanni Diimaa Akka Saantima Tokko Fuula Lamaa Qabuuti – Jeneraal Yimar Mokonnin

Paartiileen Yaada Siyaasaa Garaagaraa Hordofan Sadii AMN PLUS Irratti Wal-Falmii Yaadaa Taasisan

AMN PLUS - Guraandhala 30/2018 Seenaa Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Hanga Ammaatti Gaggeeffame Keessatti Roga Maraan Boqonnaa Haaraa Galmeessaan Kan Eegamu Filannoon Marsaa 7ffaa Adeeemsifamuuf Umrii Guyyoota 90 Hin Guutneetu Hafa.…

Continue ReadingPaartiileen Yaada Siyaasaa Garaagaraa Hordofan Sadii AMN PLUS Irratti Wal-Falmii Yaadaa Taasisan

Akka Uummataaf Waadaa Galletti Gaaffilee Ka’aniif Xiyyeeffannoo Kennuun Barbaachiisaadha – Aadde Buzeenaa Alkadir

AMN PLUS - Guraandhala 26/2018 Gaaffileen uummatarraa kahan deebii akka argataniif filatamtootni Mana Maree Magaalaa Finfinnee xiyyeeffaannoon kan hojjetan ta'u, Afa Yaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Alkadir himan.…

Continue ReadingAkka Uummataaf Waadaa Galletti Gaaffilee Ka’aniif Xiyyeeffannoo Kennuun Barbaachiisaadha – Aadde Buzeenaa Alkadir

Dubartootni milkaa’ina filannoof ashaaraa isaanii adda durummaan kaa’uu qabu- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS-Guraandhala 24/2018 Pirezidaantii Itti aanaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah “Milkaa’ina filannoo Waliigalaa 7ffaaf dubartoonni itti gaafatamummaa isaanii adda durummaan bahachuu qabu” jedhan. Ministeerri…

Continue ReadingDubartootni milkaa’ina filannoof ashaaraa isaanii adda durummaan kaa’uu qabu- Obbo Adam Faaraah

TPLF Waliigaltee Piriitooriyaa kan itti tole qofaa filatee raawwachuun heera mootummaa cabsaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhimmoota waqtaawaa ilaalchisuun turtii Afaan Tigreen taasisaniin dhimmoota buqqaatotaa irratti xiyyeeffataniiru. Waqtii waraanaatti lammiileen qe'eefi qabeenyasaaniirraa buqqa'an, waliigaltee Piriitooriyaa…

Continue ReadingTPLF Waliigaltee Piriitooriyaa kan itti tole qofaa filatee raawwachuun heera mootummaa cabsaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Gareen TPLF Yaada Haaraa Kan Hin Fudhanne, Kan Koo Malee Yaada Jedhuun Tuuta Jiraatuudha – MM Abiyyi

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) haala yeroo naannoo Tigraay irratti ENA waliin Afaan Tigreen turtii taasisaniin gareen TPLF yaada qabatamaa kan hin qabne, tuuta…

Continue ReadingGareen TPLF Yaada Haaraa Kan Hin Fudhanne, Kan Koo Malee Yaada Jedhuun Tuuta Jiraatuudha – MM Abiyyi