Cheelsiin har’a halkan sa’atii 4:00 irraa eegalee Biraayteen waliin morkata

AMN PLUS - Ebla 13/2018 Tapha torbee 34ffaa pirimeerliigii Ingilaandiin Biraayteen dirree isaarratti Cheelsii keessummeessa. Cheelsiin taphoota liigichaa 5 darban dhiyeenya taphate keessaa 1 injifachuun 4 ammoo injifatameera. Kilabni dirree…

Continue ReadingCheelsiin har’a halkan sa’atii 4:00 irraa eegalee Biraayteen waliin morkata

Itoophiyaan wiirtuu dippiloomaasii idil addunyaa ta’uu gochaan mirkaneessuu Tajaajilli Komunikeeshinii Mootummaa ibse

AMN PLUS - Ebla 13/2018 Itoophiyaan ji’oota muraasa darbanitti dippiloomaatota hedduu simachuun wiirtuu tarsiimawaa dippiloomaasii idil addunyaa ta’uu gochaan mirkaneessuu Tajaajilli Komunikeeshinii Mootummaa beeksise. Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad tibbana…

Continue ReadingItoophiyaan wiirtuu dippiloomaasii idil addunyaa ta’uu gochaan mirkaneessuu Tajaajilli Komunikeeshinii Mootummaa ibse

Kaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaawwan sadii irratti mari’achuun raggaasise

AMN PLUS - Ebla 13/2018 Kaabineen Magaalaa Finfinnee walgahii idilee 10ffaa waggaa 5ffaa har'a geggeesseen ajandaawwan sadii irratti mari'achuun raggaasise. Haaluma kanaan: 1ffaa: Bulchiinsa faayinaansii Magaalaa Finfinnee caalaatti ammayyeessuuf, itti…

Continue ReadingKaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaawwan sadii irratti mari’achuun raggaasise
Read more about the article Yuraaniyemii Iraan gabbiste dhabamsiisuuf adeemsa rakkisaafi dheeraa gaafata – Tiraamp
DORAL, FLORIDA - MARCH 09: U.S. President Donald Trump speaks to reporters during a news conference at Trump National Doral Miami on March 9, 2026 in Doral, Florida. President Trump spoke on his administration's strikes on Iran. (Photo by Roberto Schmidt/Getty Images)

Yuraaniyemii Iraan gabbiste dhabamsiisuuf adeemsa rakkisaafi dheeraa gaafata – Tiraamp

AMN PLUS- Ebla 13/2018 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Yuraaniyemii Iraan gabbiste dhabamsiisuuf yeroo dheeraa kan fudhatuufi adeemsa rakkisaa ta'uu beeksisaniiru. Tiraampi miidiyaa hawaasaa isaaniin ergaa dabarsaniin, "Duula miidnaayit Haamar jedhamuun…

Continue ReadingYuraaniyemii Iraan gabbiste dhabamsiisuuf adeemsa rakkisaafi dheeraa gaafata – Tiraamp

Finfinneen geejjiba magariisaa babal’istuun sagaleen konkolaataawwanillee akka nama hin jeeqne taasisaa jirti – DW

AMN PLUS - Ebla 13/2018 Itoophiyaan bara 2030'tti konkolaataawwan elektirikaa Kuma 500 ta’an qabaachuuf galmi qabattee hojjataa jirtu, gamanumaan milkiin eegalamuu isaa gabaasni DW suur-sagaleen Finfinneetti argamuun qopheesse ni agarsiisa.…

Continue ReadingFinfinneen geejjiba magariisaa babal’istuun sagaleen konkolaataawwanillee akka nama hin jeeqne taasisaa jirti – DW

MM Abiyyi Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin Mari’atan

AMN PLUS- Ebla 13/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Sikaalaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, ergaa dabarsaniin "Har’a ganama…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin Mari’atan

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii fooyya’iinsa nageenya aviyeeshinii Itoophiyaa raggaasise

AMN PLUS- Ebla 13/2018 Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa guyyaa har’aa taa’een, labsii nageenya aviyeeshinii Itoophiyaa fooyyessuuf wixinee dhiyaate qoratee raggaasiseera. Mana Marichaatti Itti Aanaan Walitti Qabaa…

Continue ReadingManni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii fooyya’iinsa nageenya aviyeeshinii Itoophiyaa raggaasise