Finfinneetti Namootni Yakka Waliin Dhahiinsaa Raawwatan To’ataman
AMN PLUS - Guraandhala 15/2018 Namootni dhuunfaa 5 hojjettoota Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalaa Finfinneeti ofiin jechuun yakka waliin dhahiinsaa raawwatan to'atamuun ibsameera. Namootni maqaan isaanii; 1) Toomaas Maannaayyee Tabajjee…