Guyyaatti lammiileen miiliyoona sadii ol tajaajila geejjibaa argachaa jiru – Biiroo Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS - Amajjii 02/2017 Finfinneetti Guyyaatti lammiileen miiliyoona sadii ol tajaajila geejibaa argachaa jiru jedhe Biiroon Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee. Biirichi Ministeera Geejjibaafi loojistiksii waliin qindaa’uun dhaabbilee damee geejjibaa…

Continue ReadingGuyyaatti lammiileen miiliyoona sadii ol tajaajila geejjibaa argachaa jiru – Biiroo Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee

Taateen Naannoo Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaatti mul’ate caccabaa hawaa ykn dhagaa miitiyoor kan fakkaatu dha – Waldaa Saayinsii Hawaa Itoophiyaa

AMN PLUS - Amajjii 2/2017 Taateen Kaleessa galgala Naannoo Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaatti mul’ate caccabaa hawaa ykn dhagaa miitiyoor kan fakkaatu ta’uu Waldaan Saayinsii Hawaa Itoophiyaa beeksiseera. Gara kibba…

Continue ReadingTaateen Naannoo Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaatti mul’ate caccabaa hawaa ykn dhagaa miitiyoor kan fakkaatu dha – Waldaa Saayinsii Hawaa Itoophiyaa

Labsiin sirna bittaa fi gurgurtaa oomishaalee boba’aa hojimaata ammayyaa kan cimsuu fi itti gaafatamummaa kan guddisuu dha- Abbaa Taayitaa Boba’aa fi Inarjii

AMN- Amajjii 1/2017 Labsiin Sirna bittaa fi gurgurtaa oomishaalee boba’aa hojii-maata ammayyaa kan cimsuu fi itti gaafatamummaa kan guddisuu ta’uu isaa Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Boba’aa fi Inarjii Aadde Saaharallaa…

Continue ReadingLabsiin sirna bittaa fi gurgurtaa oomishaalee boba’aa hojimaata ammayyaa kan cimsuu fi itti gaafatamummaa kan guddisuu dha- Abbaa Taayitaa Boba’aa fi Inarjii

Misoomni Koridarii Finfinnee balaa tiraafikaas hir’iseera- Inispeektar Asaffaa Mazgabuu

AMN PLUS- Mudde 30/2017 Misoomni Koridarii Finfinnee miidhagina magaalaan dabalata yaa'iinsa tiraafiikaa mijeessuun balaa tiraafikaas hir'iseera jedhan Inispeektar Asaffaa Mazgabuu. Inispeektar Asaffaa Mazgabuun waggoota dheeraaf xiinxalaa odeeffannoo dhimmoota tiraafikaa tahuun…

Continue ReadingMisoomni Koridarii Finfinnee balaa tiraafikaas hir’iseera- Inispeektar Asaffaa Mazgabuu

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa borii wixinee labsii sirna daldala oomishaalee boba’aa to’achuuf qophaa’e irratti ni mari’ata

AMN - Muddee 30/2017 Walgahii idilee 14ffaa waggaa 4ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa marsaa 6ffaa guyyaa boruu ni gaggeeffama. Manni marichaa walgahii idilee isaa kanaan wixinee labsii sirna daldalaa…

Continue ReadingManni Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa borii wixinee labsii sirna daldala oomishaalee boba’aa to’achuuf qophaa’e irratti ni mari’ata

Inistiitiyuutiin Artefishaal Intelejensii Itoophiyaa meeshaa bu’aa elektirookaardiyoogiraafii (ECG) dubbisuun dhukkuba onnee adda baasuu danda’u qopheesse

AMN - Muddee 30/2017 Inistiitiyuutiin Artefishaal Intelejensii Itoophiyaa meeshaa bu'aa elektirookaardiyoogiraafii (ECG) dubbisuun dhukkuba onnee adda baasuu danda'u qopheesuu beeksiseera. Inistiitiyuutichatti ogeessa ogeessa fayyaa kan ta’an Doktar Taarikuu Fiqaaduu akka…

Continue ReadingInistiitiyuutiin Artefishaal Intelejensii Itoophiyaa meeshaa bu’aa elektirookaardiyoogiraafii (ECG) dubbisuun dhukkuba onnee adda baasuu danda’u qopheesse

Addis Media Network sagantaa afferraa laaqanaa dhukkubsattootaa fi ogeessoota fayyaa Hospitaala Ispeeshaalaayizd Xiquur Anbbasaatiif taasisee.

AMN - Muddee 29/2017 Addis Media Network dhukkubsattootaa fi hojjettoota Hospitaala Ispeeshaalaayizd Xiiquur Anbbaasaatiif ayyaana qillee sababeeffachuun afferraa laaqanaa taasiseera. AMN sagantaa kana kan qopheesse dhukkubsattoonni fi ogeessoonni fayyaa hospitaalichaa…

Continue ReadingAddis Media Network sagantaa afferraa laaqanaa dhukkubsattootaa fi ogeessoota fayyaa Hospitaala Ispeeshaalaayizd Xiquur Anbbasaatiif taasisee.