Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee dabalatee qaamolee kabaja Sadaasa 29 milkeessaniif beekamtiin kenname

AMN PLUS-Amajjii 7/2018 Manni Maree Federeeshinii Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaan karaa miidhagaafi milkaa'aa ta'een akka kabajamuuf qaaamolee gumaacha taasisaniif beekamtii kenne. Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar…

Continue ReadingBulchiinsa Magaalaa Finfinnee dabalatee qaamolee kabaja Sadaasa 29 milkeessaniif beekamtiin kenname

Itoophiyaan misooma tuurizimiin iftee bahaa jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa miididyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin “Itoophiyaan jijjiiramaan booda misooma tuurizimiin iftee bahaa jirti” jedhan. “Galmee Tuurizimii wayita ilaallu haala teessummaa…

Continue ReadingItoophiyaan misooma tuurizimiin iftee bahaa jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Addis Miidiyaa Neetwoorki Mana Maree Federeeshiniirraa Beekamtii Argate

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Manni Maree Federeeshinii milkaa'ina Kabaja Sadaasa 29'f gumaacha Addis Miidiyaa Neetwoorki bahateef beekamtii kenne Manni Marichaa sadaasa 29 guyyaa Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa irratti qaamolee…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetwoorki Mana Maree Federeeshiniirraa Beekamtii Argate

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Konfiransii “Milkii Faayinaansii Itoophiyaa” jedhurratti hirmaataa jiru

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) konfiransii “Milkii Faayinaansii Itoophiyaa” mata duree jedhuun qophaa’uun raawwii hojii dhaabbilee faayinaansii fi sirna galii dhaabbilee faayinaansii ja’a qorachaa jiru…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Konfiransii “Milkii Faayinaansii Itoophiyaa” jedhurratti hirmaataa jiru

Filannoon Biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu qophiin taasifameera- Paartii Badhaadhinaa

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaan milkaa’inaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifamuu Paartiin Badhaadhinaa beeksise. Pirezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa fi Ittigaafatamaan Waajjira Muummicha Paartichaa Adam Faaraah, filannichi…

Continue ReadingFilannoon Biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu qophiin taasifameera- Paartii Badhaadhinaa

Finfinneetti Sagantaa Maaddii Guutuun dhiibbaan jireenya xiqqeessuun danda’ameera- Komishinicha

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf hojii sadarkaa biyyaatti hojjatamaa jiruun, sagantaa Maaddii Guutuun hojii milkaa’aa hojjatee bu’aan galmeessise cimee itti fufuu akka qabu Ministeerri…

Continue ReadingFinfinneetti Sagantaa Maaddii Guutuun dhiibbaan jireenya xiqqeessuun danda’ameera- Komishinicha

Magaalaa Finfinneetti Miseensotni Raayyaa Nageenyaa kumni 22 eebbifaman

AMN Plus -Amajji 07,2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenya fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Raayyaa Nageenyaa marsaa 6ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa, sirna…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti Miseensotni Raayyaa Nageenyaa kumni 22 eebbifaman

Muuziqeessaa Masiinqoo waltajjii AFRIMA irratti badhaafame- Addis Alamaayyoo/Hadinqoo

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Masiinqoo haalaan tolchee taphata. Ogeessi Muuziqaa kun masiinqoo ni dubbachiisa jechuun ni danda’ama. Addis Alamaayyoo jedhama. Sababaa barreessaa beekamaa Addis Alamaayyoo jedhamuun maqaan isaa moggaa’eef hedduu…

Continue ReadingMuuziqeessaa Masiinqoo waltajjii AFRIMA irratti badhaafame- Addis Alamaayyoo/Hadinqoo

Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensichaa haala maqaa Itoophiyaa guddisee mul’isuun kabajama – Leet/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

AMN PLUS- Amajjii 06/2018 “Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itoophiyaa waggaa 90ffaan haala maqaa Itoophiyaa guddisee mul’isuun kabajuuf qophiin xumuramaa jira” jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan.…

Continue ReadingGuyyaan hundeeffama Humna Qilleensichaa haala maqaa Itoophiyaa guddisee mul’isuun kabajama – Leet/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa