Mallaqa uummataatiin biyya ijaaraa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Amajjii 4/2018 Magaalaa Finfinneetti waliigalaan pirojektoonni birrii tiriiliyoona 1.3 baasan tumsa mootummaafi damee dhuunfaatiin ijaaramaa jiraachu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Kantiibaa Adaanech sadarkaa hojii…

Continue ReadingMallaqa uummataatiin biyya ijaaraa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneen ‎da’oo bineensotaa seenaa magaalota Itoophiyaa keessatti kan jalqabaa ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS - Amajjii 4/2018 ‎Akka Itoophiyaatti iddoon da'oo bineensota magaalaa keessaa (Safari) Finfinneetti hundeeffamuun bu'uuraaleen misoomaa xumuramaa jiraachuu Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. ‎Da'oon bineensota Magaalaa Finfinnee keessatti hundeeffame bal'ina…

Continue ReadingFinfinneen ‎da’oo bineensotaa seenaa magaalota Itoophiyaa keessatti kan jalqabaa ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinnee: Magaalaa murteewwan egeree Afriikaa bocan keessummeessitu- ANA

AMN PLUS - Amajji 4/2018 Dhaabbata Tokkummaa Afriikaa bu'uuressuurraa kaasee haga ammaatti, Finfinneen yaa'iwwan Gamtaa Afriikaa ga'umsa olaanaan keessummeessaa jirti. Magaalaan balbalaafi Afriikaa taate kun ardicha addunyaa hafe waliin walquunnamsiisuun…

Continue ReadingFinfinnee: Magaalaa murteewwan egeree Afriikaa bocan keessummeessitu- ANA

Sirni gabaa tasgabbaa’aan Ayyaana Qilleetti mul’ate cimee akka itti fufu ni hojjatama- Obbo Jaanxiraar Abbaay

AMN PLUS- Amajjii 4/2018 Sirni gabaa tasgabbaa’aan tibba Ayyaana Qilleetti mul’ate cimee akka itti fufu xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’uu Kantiibaan Itti Aanaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneefi Hogganaan Biiroo Indastirii Obbo Jaanxiraar…

Continue ReadingSirni gabaa tasgabbaa’aan Ayyaana Qilleetti mul’ate cimee akka itti fufu ni hojjatama- Obbo Jaanxiraar Abbaay

‎Nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa’ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’el

‎AMN PLUS- Amajjii 4/2018 ‎''Poolisiin Federaalaa Qaamolee Nageenyaa Naannolee fi Federaalaa waliin ta'uun ji'oota ja'an darbanitti nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuun hojii milkaa'ina qabu hojjateera" jedhan…

Continue Reading‎Nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa’ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’el

Komiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta’an furamaa jiru- Biiroo Galiiwwan Finfinnee

‌‎AMN PLUS- Amajji 4/2018 ‎Biiroon Galiiwwan Magaalaa Finfinnee komiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta'an furaa jiraachuu beeksise. ‎Biirichi komiiwwan gibiraa ji'oota ja'a keessatti ka'aa turan kuma 13 fi 643 keessaa…

Continue ReadingKomiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta’an furamaa jiru- Biiroo Galiiwwan Finfinnee

Seenessa walootiin caba hundaa suphuu ni dandeenya – Obbo Kaffaaloo Tafarraa

AMN PLUS - Amajjii 4/ 2018 Waltajjiin ijaarsa seenessa waloo irratti xiyyeeffate Magaalaa Jimmaatti taa'amaa jira. Waltajjicharratti Hoogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa ergaa dabarsaniin seenessi waloo…

Continue ReadingSeenessa walootiin caba hundaa suphuu ni dandeenya – Obbo Kaffaaloo Tafarraa

Walga’iin idilee Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenya bishaan Afrikaa irratti xiyyeeffate har’a eegala

AMN PLUS- Amajjii 4/2018 Walga’iin idilee 51ffaa Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenya bishaan Afrikaa (PRC) irratti xiyyeeffate har’a Magaalaa Finfinneetti akka jalqabamu ibsame. Walgahin kun mata duree “ Dhiyeessii Bishaanii…

Continue ReadingWalga’iin idilee Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenya bishaan Afrikaa irratti xiyyeeffate har’a eegala

‎Ayyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Sablammii Halaabaa “Seeraa”n kabajamaa jira

‎AMN PLUS- Amajjii 3/2018 ‎Ayyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Sablammii Halaabaa "Seeraa"n Magaalaa Halaabaa Qullittootti haala Miidhagaan kabajamaa jira. ‎Ayyaanni "Seeraa" duudhaa ganamaa uummata biyya keenyaa dinqisiisoo tahaniifi sablammiin Halaabaa jiruufi…

Continue Reading‎Ayyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Sablammii Halaabaa “Seeraa”n kabajamaa jira