Finfinneen Irra Ishee Caalaa Lafa Jalas Misoomteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Misoomni Finfinnee kan irra magaalattii waan mul'atuuf malee lafa jalatti kan hojjetame waa hedduudha jedhan Kantiibaan Magaalattii Aadde Adaanech Abeebee. Misooma koriidarii qarqara laggeenii dabalatee…

Continue ReadingFinfinneen Irra Ishee Caalaa Lafa Jalas Misoomteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Sagaleen Dhalootaa Feestivaala Ispoortii Miira Tokkummaa, Jaalalaafi Kaka’umsa Hojii Hojjettoota Gidduutti Uumu Eegalchise

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Dhaabbatni Miidiyaa Magaalaa Finfinnee AMN Sagaleen Dhalootaa feestivaala ispoortii miira tokkummaa, jaalalaafi kaka’umsa hojii hojjettoota gidduutti uumu marsaa 2ffaa guyyaa har'aa eegalchiiseera. ‎Feestivaala ispoortii har’a…

Continue ReadingAMN Sagaleen Dhalootaa Feestivaala Ispoortii Miira Tokkummaa, Jaalalaafi Kaka’umsa Hojii Hojjettoota Gidduutti Uumu Eegalchise

Misooma Koriidarii Daandii 5.5 Km Dheeraatuuf Bakki Dhaabbii Konkolaattoota Kuma 2 Keessummeessu Qophaa’uun Ibsame

‎AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti bakkeewwan daandii dhiphaa qabaachuun rakkoo yaa'insa tiraafikaa hammaataa qaban keessaa tokko kallattii daandii Uraa'el - Boolee Biraas geessudha. ‎Daandiin kun bakka dhaabbii konkolaataa…

Continue ReadingMisooma Koriidarii Daandii 5.5 Km Dheeraatuuf Bakki Dhaabbii Konkolaattoota Kuma 2 Keessummeessu Qophaa’uun Ibsame

Sagantaan Ifxaara Daandiirraa “Najaashiin Biyyaaf” Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffame

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Sooma baatii Ramadaanaa waggaa 1447ffaa sababeeffachuun Ifxaarri daandiirraa marsaa 6ffaan mata duree "Najaashiin Biyyaaf" jedhuun Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffame Saganticharratti Pirezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…

Continue ReadingSagantaan Ifxaara Daandiirraa “Najaashiin Biyyaaf” Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffame

Balalliin Xiyyaaraa Har’a Gara Biyyoota Idil Addunyaa 8 tti Taasifamu Dubartoota Qofaan Durfama – Daandii Qilleensaa Itoophiyaa

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa sababeeffachuun balallii dubartoota qofaan durfamu qopheessuu beeksise. Daandiin Qilleensichaa akka ibseetti guyyaa borii balalliin xiyyaaraa gara biyyoota 8…

Continue ReadingBalalliin Xiyyaaraa Har’a Gara Biyyoota Idil Addunyaa 8 tti Taasifamu Dubartoota Qofaan Durfama – Daandii Qilleensaa Itoophiyaa

Biyyi Kan Ijaaramtu Beekumsa Sammuu Dhalootaa Keessa Jirun – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee,Sirna Eebbaa Kitaabaa mata dureen isaa 'Adwaa Injifannoo Cululuqaafi Yaadannoo Waloo Itoophiyaanotaa' jedhu irratti argamuun haasawaa taasisanii, Waggoota 130…

Continue ReadingBiyyi Kan Ijaaramtu Beekumsa Sammuu Dhalootaa Keessa Jirun – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Fayyadamummaa Dubartootaa Dhugaafi Haqa Qabeessa Qabatamaan Agarsiifna – Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 29/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dubartootni sagalee isaaniin wal qixxummaa dhugoomsuufi badhaadhina mirkaneessuuf gahee isaanii bahachuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru. Kantiibaa Adaanech waamicha kana…

Continue ReadingFayyadamummaa Dubartootaa Dhugaafi Haqa Qabeessa Qabatamaan Agarsiifna – Kantiibaa Adaanech