Itoophiyaan birmadummaa odeeffannoofi fooyya’iinsa dinagdeetiin fuulduratti tarkaanfachaa jirti- Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS-Ebla 15/2018 Birmadummaa odeeffannoo biyyatti mirkaneessuuf sagantaan misooma istaatistikSii waggaa sadii hojiirra kan oole, seenaa biyya kanaa keessatti yeroo jalqabaatiif dhaabbilee dinagdee miliyoona 2.6 ta’an lakkaa’amanifi waggoota 23 booda,…

Continue ReadingItoophiyaan birmadummaa odeeffannoofi fooyya’iinsa dinagdeetiin fuulduratti tarkaanfachaa jirti- Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa

Tajaajila Fayyaa Itoophiyaa Hundeerraa Jijjiiraa Kan Jiru: Hubannaa Nam-tolchee (AI)

AMN PLUS - Ebla 15/2018 Yeroo ammaa Hubannoon Nam-tolchee (AI) addunyaa irratti tajaajila fayyaa hundee irraa jijjiiraa jira. Itoophiyaanis cehumsa teeknooloojii kana gara damee fayyaatti galchuun, qulqullina tajaajila yaalaa fooyyessuu…

Continue ReadingTajaajila Fayyaa Itoophiyaa Hundeerraa Jijjiiraa Kan Jiru: Hubannaa Nam-tolchee (AI)

MM Abiyyi Ahimad ergaa Pirezidaantii Jibuutii Ismaa’il Omaar Giilee qabatanii kan dhufan Ministira Dhimma Alaa Jibuutii simatan

AMN PLUS- Ebla 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Dhimma Alaa Jibuutii Abdulkariim Huseen Omaar simachuun waliin mari’atan. Huseen Omaar ergaa Pirezidaantii Jibuutii Ismaa'il Omaar Giilee qabatanii kan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad ergaa Pirezidaantii Jibuutii Ismaa’il Omaar Giilee qabatanii kan dhufan Ministira Dhimma Alaa Jibuutii simatan

MM Abiyyi Ahimad dursaa damee Artifishiyaal Intalajansii fi Fayyaa Diijitaalaa Afriikaa ta’uun Gamtaa Afrikaatiin filaman

AMN PLUS- Ebla 15/2018 Gamtaan Afrikaa Ministira Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dursaa (shaampiyoonii) damee Artifishiyaal Intalajansii fi Fayyaa Diijitaalaa Afriikaa gochuun muude. Dooktar Abiyyi damee Artefishaal Intalijansiifi teeknooloojii dijitaalaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad dursaa damee Artifishiyaal Intalajansii fi Fayyaa Diijitaalaa Afriikaa ta’uun Gamtaa Afrikaatiin filaman

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Daayirektara CDC Afriikaa Dooktar Jiin Kaaseyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Ebla 15/2018 Ganama har’aa Daayirektara Ol-aanaa Wiirtuu To’annoo fi Ittisa Dhukkuboota Afrikaa (Africa CDC) kan ta’an Dooktar Jiin Kaaseyaa waliin marii bu’a qabeessa taasisuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Daayirektara CDC Afriikaa Dooktar Jiin Kaaseyaa waliin mari’atan

Awutoobisiin Socho’aa “Masoob” tajaajila akkamii kenna?

AMN PLUS – Ebla 14/2018 Tajaajilli socho'aa awutoobusii "Masoob" har'a hojii eegale, tajaajiloota mootummaa barbaachisoo ta'an kallattiin hawaasa biraan gahuuf tarkaanfii guddaa fudhatameedha. Awutoobusichi tajaajilaaf qophaa'e meeshaalee guutuu kan qabuufi…

Continue ReadingAwutoobisiin Socho’aa “Masoob” tajaajila akkamii kenna?

MM Abiyyi Ahimad (PhD) tajaajila socho’aa “Masoob” hojii eegalchiisan

AMN PLUS - Ebla 14/2018 Kenniinsa tajaajila biyyaalessaa irratti jijjiiramni aadaa bu'uuraa ni barbaachisa jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Dooktar Abiyyi Ahimad magaalaa Finfinneetti tajaajila socho'aa "Masoob" konkolaataa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) tajaajila socho’aa “Masoob” hojii eegalchiisan

Lammii hundaaf guyyaatti daqiiqaa 10 osoo qusannee milkaa’ina biyyaaf gahee guddaa qaba – MM Abiyyi Ahimad

‎AMN PLUS - Ebla 14/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) tokkoon tokkoon lammiilee biyyattii tajaajila yeroo barbaadan guyyaatti daqiiqaa 10 qusachuufii osoo dandeenyee oomishtummaa biyyaarratti gahee guddaa qabaachuu ibsan.…

Continue ReadingLammii hundaaf guyyaatti daqiiqaa 10 osoo qusannee milkaa’ina biyyaaf gahee guddaa qaba – MM Abiyyi Ahimad

Miidiyaaleen adeemsa ijaarsa biyyaa cimsuufi seenessa waloo irratti xiyyeeffannoon akka hojjetan waamichi dhiyaate

AMN PLUS - Ebla 14/2018 Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa miidiyaaleen adeemsa ijaarsa biyyaa cimsuufi seenessa waloo irratti xiyyeeffannoon akka hojjetan waamicha dhiyeessera. Abbaan Taayitichaa hoggantoota dhaabbilee miidiyaa waliin mata-duree "Miidiyaaleen…

Continue ReadingMiidiyaaleen adeemsa ijaarsa biyyaa cimsuufi seenessa waloo irratti xiyyeeffannoon akka hojjetan waamichi dhiyaate

Tajaajila dijiitaalaa socho’aa “Addis Masob” tajaajilli ofii isaatii gara ummataatti akka dhiyaatu carraa uuma – Kantiibaa Adaanech Abeebee.

AMN PLUS – Ebla 14/2018 Tajaajilli socho'aan Addis Masob ummanni gara iddoo tajaajilaatti deemuu qofa osoo hin taane, tajaajilli ofii isaatii gara ummataatti akka dhiyaatu carraa uuma jedhan Kantiibaan Magaalaa…

Continue ReadingTajaajila dijiitaalaa socho’aa “Addis Masob” tajaajilli ofii isaatii gara ummataatti akka dhiyaatu carraa uuma – Kantiibaa Adaanech Abeebee.