Itoophiyaan Bahaa Afrikaatti Carraa Invastimantii Filatamaa Qabdi – TRT Afrikaa

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Itoophiyaan riifoormii fooyyessii dinagdee gooroo irratti taasifte hordofee ija abbootii qabeenyaa Idil Addunyaa hawwachaa itti fufteetti. Konfiraansii Invastimantii Idil Addunyaa tibbana Finfinneetti gaggeeffame dabalatee Itoophiyaan…

Continue ReadingItoophiyaan Bahaa Afrikaatti Carraa Invastimantii Filatamaa Qabdi – TRT Afrikaa

Itoophiyaan Damee Invastimantiin Diinagdee Dorgomaa Ta’e Ijaaraa Jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Bitootessa 17/2018 Itiyoophiyaan damee invastimantii dorgomaa ta'e ijaaraa jiraachuu Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. Fooramiin Bizinasii Ol’aanaa 4ffaan "Itiyoophiyaa keessatti Inveesti goodhaa" jedhu, mata-duree "Itiyoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan Damee Invastimantiin Diinagdee Dorgomaa Ta’e Ijaaraa Jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Abbaan Qabeenyaa Aliikoo Daangoteen biyyoota Afrikaaf boba’aa dhiyeessuu eegaluun ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 17/2018 Biliyoonarri Biyya Naayijeeriyaa biyyoota Afrikaa garaagaraa keessatti hojiiwwan invastimantii gurguddaa ta’an irratti hirmaachaa jiru Aliikoo Daangotee Afrikaanotaan waa’ee boba’aa “Tasumaa hin dhiphatinaa, anatti dhiisaa” waan…

Continue ReadingAbbaan Qabeenyaa Aliikoo Daangoteen biyyoota Afrikaaf boba’aa dhiyeessuu eegaluun ibsame

Misoomni Koridarii Sirna Daldalaa Magaalattii Jijjiireera – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS - Bitootessa 17/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) turtii Tv Qaanaa waliin taasisaniin, misoomni koridarii magaalaa Finfinnee sirna daldalaa magaalattii jijjiireera jedhan. Falmii misoomni koridarii sochii daldalaa hir’ise…

Continue ReadingMisoomni Koridarii Sirna Daldalaa Magaalattii Jijjiireera – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Yaa’insi invastimantii Finfinnee baay’ee dabalaa jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Fooramii jalqabaa Itiyoo – Itaalii dhimma Konistiraakshinii, Bu’uuraalee Misoomaafi Magaalota deebisan misoomsuu bu’uureffate irratti hirmaachuu ibsaniiru. Aadde Adaanech Itti…

Continue ReadingYaa’insi invastimantii Finfinnee baay’ee dabalaa jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Addunyaan keessa jiraannu tajaajila geejjibaa akkamii babal’isaa jirti? AMN Dijitaal qaaccessa qaba!

AMN PLUS- Bitootessa 14/2018 Biyyoota Addunyaa kanaa keessaa tokko kan taate Chaayinaan bakka hedduutti itti fayyadama teeknoloojiin dursaa jiraachuu qorannooleen garaagaraa akeekaniiru. Qorannoon ‘International Energy Agency’ as dhiyoo bara faranjootaa…

Continue ReadingAddunyaan keessa jiraannu tajaajila geejjibaa akkamii babal’isaa jirti? AMN Dijitaal qaaccessa qaba!

Finfinneen dursitee misoomuun, yeroo gatiin boba’aa dabale kanatti qormaata ishee oolcha – Biiroo Daldalaa Magaalattii

AMN PLUS - Bitootessa 15/2018 Finfinneen bu’aa misooma koriidarii kan tahe bu’uuraalee misoomaa sadarkaa isaanii eeggatan dursitee guuttachuun keessattu daandii mijataa imaltootaafi biskileetiif tolu diriirsuun yeroo gatiin boba’aa akka Addunyaatti…

Continue ReadingFinfinneen dursitee misoomuun, yeroo gatiin boba’aa dabale kanatti qormaata ishee oolcha – Biiroo Daldalaa Magaalattii

Boba’aa qusannoofi itti gaafatamummaan fayyadamuun barbaachisaadha- Biiroo Daldalaa Finfinnee

AMN PLUS - Bitootessa 10/2018 Rakkoo nageenyaa Giddugaleessa Bahaa keessatti uumame hordofee hanqinni boba’aa biyyoota addunyaa keessumaa boba’aa hin qabneefi hin oomishneetti uumamaa jiru guyyaadha guyyaatti hammaachaa dhufuu sabaa himaaleen…

Continue ReadingBoba’aa qusannoofi itti gaafatamummaan fayyadamuun barbaachisaadha- Biiroo Daldalaa Finfinnee

Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa badhaasa idil addunyaa argate

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa badhaasa kaffaltii Baankii giddu galeessaafi ijaarsa bu'uuraalee misooma gabaa 'Central Banking' qopheessu argateera. Baankichi bu’uuraalee misooma gabaa faayinaansii Itoophiyaa ijoo ta'an irratti…

Continue ReadingBaankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa badhaasa idil addunyaa argate