Tuulamni Ardaa Jilaa Dhakaa Koraatti walharkaa fuudhinsa aangoo gadaa gaggeechaa jira

AMN PLUS - Waxabajjii 02/2018 Ilmaan Tuulama sadeenii miseesotni Gadaa Meelbaa miseensota Gadaa Michillee/Muudanaatiif Ardaa Jilaa Dhakaa Koraatti Alangee Gadaa dabarsaa jiru. Sirni aangoo dabarsuu Gadaa Tuulamaa marsaa 71ffaan Waxabajjii…

Continue ReadingTuulamni Ardaa Jilaa Dhakaa Koraatti walharkaa fuudhinsa aangoo gadaa gaggeechaa jira

MM Abiyyi Ahimad (PhD) miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin hojiiwwan teeknooloojii ijaarsa manneenii daawwatan

AMN PLUS- Waxabajjii 02/2018 Walga’ii Mana Maree Ministirootaa hordofuun, meeshaalee teknoolojii baay’ee ammayyawaa fi saffisaa ta’anitti fayyadamuun manneen ijaaraman kan agarsiisu saayitii ijaarsaa daawwanneerra jedhan Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD).…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin hojiiwwan teeknooloojii ijaarsa manneenii daawwatan

Manni Marichaa labsii fooyyessii gumrukaa dhiyaate raggaasise

AMN PLUS - Waxabajjii 02/2018 Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 24ffaa gaggeesseen wixinee labsii, gumrukaa fooyyessuuf dhiyaate qorachuun raggaasiseera. Wixineen labsii kun tattaaffii daldala kontiroobaandii ittisuuf taasifamu cimsuu…

Continue ReadingManni Marichaa labsii fooyyessii gumrukaa dhiyaate raggaasise

Addaan citinsa annisaa Elektirikaa akka biyyaatti mudatu xiqqeessuuf hojiin dursanii to’achuufi bu’uuraalee misoomaa babal’isuu hojjetamaa jira jedhe Tajaajilli Elektirikaa Itoophiyaa

AMN PLUS - Waxabajjii 02/2018 Tajaajilli Elektirikaa Itoophiyaa addaan citinsa Annisaa Elektirikaa hir'isuuf hojiiwwan hanga ammaaatti hojjatamaniifi qophii waqtii gannaa ilaalchisuun ibsa kenneen dhiyeessiin annisaa gahaaniifi sararri daddabarsa Elektirikaa ammayyaa’aan…

Continue ReadingAddaan citinsa annisaa Elektirikaa akka biyyaatti mudatu xiqqeessuuf hojiin dursanii to’achuufi bu’uuraalee misoomaa babal’isuu hojjetamaa jira jedhe Tajaajilli Elektirikaa Itoophiyaa

Lammiileen biyyattii kaampiiwwan keessa jiraatan filannoo waliigalaa marsaa 7ffaaf sagalee isaanii kennaa jiru

AMN PLUS - Waxabajjii 02/2018 Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Caamsaa 24, 2018 Filannoo Waliigalaa 7ffaa gaggeessuun isaa ni beekama. Boordichi aangoo bu’uura labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaafi naamuusa filannoo 1162/2011 keeyyata…

Continue ReadingLammiileen biyyattii kaampiiwwan keessa jiraatan filannoo waliigalaa marsaa 7ffaaf sagalee isaanii kennaa jiru

Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr.) Komishinara bulchiinsa Sodaa, qophummaa fi walqixummaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan

AMN PLUS - Waxabajjii 02/2018 Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Xiimooyiyoos (Dr.) Komishinara bulchiinsa Sodaa, qophummaa fi walqixummaa Gamtaa Awurooppaa Hajaa Laahibiib waliin mari’ataniiru. Dooktar Geediyoon, tattaaffii rakkoolee fayyaa, weerara dhibee…

Continue ReadingMinistirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr.) Komishinara bulchiinsa Sodaa, qophummaa fi walqixummaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan

Daa’imman reefu dhalatan yeroo baay’ee balaa du’aatiif saaxilamoodha. Rakkoo akkasii xiqqeessuuf furmaaatni…jedhu ogeeyyiin fayyaa!

AMN PLUS - Waxabajjii 02/2018 Daa’imman reefu dhalatanii umrii ji’a tokkoo gadii dhiibeewwan dursanii ittisuun danda’amun miidhamaa akka jiran saayinsiin fayyaa ni ibsa. Qorannoon akka agarsiisutti %80 kan ta’an daa’imman…

Continue ReadingDaa’imman reefu dhalatan yeroo baay’ee balaa du’aatiif saaxilamoodha. Rakkoo akkasii xiqqeessuuf furmaaatni…jedhu ogeeyyiin fayyaa!

Manni Maree Ministirootaa Wixinee Bajata Mootummaa Bara 2019 birrii Tiriiliyoona 2.33 ol gochuun Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf akka dhiyaatu murteesse

AMN PLUS- Waxabajjii 02/2018 Manni Maree Ministootaa walgahii idilee 56ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaa irratti mari’achuun murteewwan armaan gadii dabarseera. 1. Hammattoo Diinagdee Gooroofi Fiiskaalaa Yeroo Giddugaleessaa (2019-2023) Manni…

Continue ReadingManni Maree Ministirootaa Wixinee Bajata Mootummaa Bara 2019 birrii Tiriiliyoona 2.33 ol gochuun Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf akka dhiyaatu murteesse