MM Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik simatan

AMN PLUS- Ebla 19/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Moozaambiik Daani’eel Firaansiiskoo Chaapoo simataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad Pirezidaanticha buufata Xiyyaaraa idil-addunyaa Booleetti argamuun simachuu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera. Daawwannaan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik simatan

Itoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii bu’a qabeessa hojjechaa jiraachuun ibsame

‎AMN PLUS - Ebla 19 /2018 ‎Itoophiyaan jijjiirama qilleensaa hir’isuu giddu-galeessa godhachuun imala bu’a qabeessa ta’e irra jirti jedhan Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee. Fandii Invastimantii Haala Qilleensaa mootummaa Itoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii bu’a qabeessa hojjechaa jiraachuun ibsame

AMN dorgommii Ispoortii idil addunyaa kallattiin akka tamsaasu ibsame

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Addis Miidiyaa Neetwoork AMN dorgommii sadarkaa Idil Addunyaatti beekamaafi akka Afrikaatti ammoo yeroo jalqabaaf gaggeeffamu dorgommii Biskileetii (UCI City Mountain Bike Eliminator) jedhamu tamsaasa kallattiin…

Continue ReadingAMN dorgommii Ispoortii idil addunyaa kallattiin akka tamsaasu ibsame

Maqaan Atileet Tigist Asaffaa galmee raajii addunyaatti galmaa’e

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Atileet Tigist Asaffaa atileetii saffisa guddaa idil addunyaa qabdu ta'uun galmee raajii addunyaatti galmeeffamuun ibsame. Atileet Tigist dorgommii Maaraatoonii London sa’atii 2:15:41’n xumuruun rikoordii haaraa…

Continue ReadingMaqaan Atileet Tigist Asaffaa galmee raajii addunyaatti galmaa’e

Ministirootni Dhimma Alaa Itoophiyaafi Moozaambiik waloon mari’atan

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Geediyoon Ximootiyoos (PhD) gita isaanii Ministira Dhimma Alaa Moozaambiik Maariyaa Maanu’eelaa Luqaas waliin mari’atan. Biyyootni lameen yaadama Paan Afrikaanizimiin hariiroo jabaa…

Continue ReadingMinistirootni Dhimma Alaa Itoophiyaafi Moozaambiik waloon mari’atan

Daa’imman teeknoloojitti akka malee madaquun bu’aa moo miidhaa qaba? Gaheen maatii maal tahuu qaba? Saayinsiin maal jedha?

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Yeroo ammaa hariiroo daa’immaniifi meeshaalee elektirooniksii jidduutti gar-malee dabalaa dhufe maatii yaaddoo olaanaafi rakkoo xiinsammuuf saaxilaa akka jiru hubatameera. Dhimma Seeraafi Hawaasummaa irratti tajaajila gorsaa…

Continue ReadingDaa’imman teeknoloojitti akka malee madaquun bu’aa moo miidhaa qaba? Gaheen maatii maal tahuu qaba? Saayinsiin maal jedha?

Harka ilaaluufi deddeebi’iinsa maamilaa tajaajila hambise – Tajaajila Masoob Socho’aa

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Hoogganaa Itti Aanaa Biiroo Pabliik Sarvizii fi Misooma Humna Namaa Magaalaa Finfinnee Obbo Baqqalaa Tamasgeen Tajaajilli Dijitaalaa Giddu Gala Tokkoo A-Masoob hojii eegaluun wal-qabate yeroo…

Continue ReadingHarka ilaaluufi deddeebi’iinsa maamilaa tajaajila hambise – Tajaajila Masoob Socho’aa