Misoomni koriidarii balaa tiraafikaan lubbuu garmalee badu hir’iseera – Aadde Adaanech Abeebee

AMN PLUS-Ebla 21/ 2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee misoomni koriidarii magaalattii qorannoon dabaalamee hojjetamuun daandiiwwan Finfinnee balaa tiraafikaa hir'isuu keessatti qooda qabaachuu ibsaniiru. Kantibaa Adaanech dhimma kana xiyyeeffannoon…

Continue ReadingMisoomni koriidarii balaa tiraafikaan lubbuu garmalee badu hir’iseera – Aadde Adaanech Abeebee

Koreen Nageenyaafi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa (AU-PSC) hojiiwwan deeggarsa nageenyaa irratti mari’ate

AMN PLUS-Ebla 20/2018 Koreen Nageenyaafi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa (AU-PSC) dura taa’ummaa Itoophiyaatiin fuuldura hojiiwwan deeggarsa nageenyaa irratti marii gaggeessera. Dursummaa Itoophiyaatiin Nageenyi Gamtaa Afrikaa fi Koreen Nageenyaa walga’ii wiixata dabre…

Continue ReadingKoreen Nageenyaafi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa (AU-PSC) hojiiwwan deeggarsa nageenyaa irratti mari’ate

Ce’umsi Indaastirii Itoophiyaa birmadummaa biyyaalessaa mirkaneessuuf murteessaadha – TKM

‎AMN PLUS- Ebla 20/2018 Ce'umsi Indaastirii Itoophiyaa fedhii guddina diinagdee lakkoofsaan ibsuu caalaa birmadummaa biyyaalessaa waaraa mirkaneessuuf bu'uura murteessa ta'uu Tajaajilli Komunikeeshinii Mootummaa beeksiseera. ‎Mootummaan damee oomishaa wiirtuu birmadummaa taasisuun…

Continue ReadingCe’umsi Indaastirii Itoophiyaa birmadummaa biyyaalessaa mirkaneessuuf murteessaadha – TKM

Finfinneen wiirtuu heddumminaa fi kalaqaa ta’uun ishee misooma si’ataa fi nageenya amansiisaaf bu’uura ijoodha- Waajjira Kantiibaa

AMN PLUS- Ebla 20/2018 Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ibsa “Heddumminaa fi Ammayyummaan Mallattoo Ijoo Magaalotaati” jedhuun baaseen, Finfinneen wiirtuu sabdaneessummaa fi kalaqa sammuu ta’uun ishee misooma si’ataa fi nagaanya amansiisaaf…

Continue ReadingFinfinneen wiirtuu heddumminaa fi kalaqaa ta’uun ishee misooma si’ataa fi nageenya amansiisaaf bu’uura ijoodha- Waajjira Kantiibaa

“Raawwii hojii ji’oota sagalii madaaluun, kallattiiwwan hojii fuulduraa kaa’uun xumurreerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Ebla 19/2018 Ergaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ============================ Raawwii hojii ji’oota sagalii bulchiinsa magaalaa keenyaa madaaluun, kallattiiwwan hojii fuulduraa kaa’uun xumurreerra. Madaallii keenyaan, waggoota shanan darban…

Continue Reading“Raawwii hojii ji’oota sagalii madaaluun, kallattiiwwan hojii fuulduraa kaa’uun xumurreerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dorgommii biskileetii ‎Idil Addunyaa (Siitii Baayik Illimineetar) Awurooppaa hanga Koriidarii Finfinnee!

‎AMN PLUS - Ebla 20/2018 ‎Ispoortiin Biskileetii gaarreen irraa gara wiirtuu magaalaatti, gara jidduu jiraattotaatti seenuun yoo handhuura magaalaatti biskileetiin garmaamamu miira addaa uuma. ‎Dorgommiin idil addunyaa "City Mountain Bike…

Continue ReadingDorgommii biskileetii ‎Idil Addunyaa (Siitii Baayik Illimineetar) Awurooppaa hanga Koriidarii Finfinnee!

MM Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik simatan

AMN PLUS- Ebla 19/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Moozaambiik Daani’eel Firaansiiskoo Chaapoo simataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad Pirezidaanticha buufata Xiyyaaraa idil-addunyaa Booleetti argamuun simachuu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera. Daawwannaan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik simatan

Itoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii bu’a qabeessa hojjechaa jiraachuun ibsame

‎AMN PLUS - Ebla 19 /2018 ‎Itoophiyaan jijjiirama qilleensaa hir’isuu giddu-galeessa godhachuun imala bu’a qabeessa ta’e irra jirti jedhan Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee. Fandii Invastimantii Haala Qilleensaa mootummaa Itoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii bu’a qabeessa hojjechaa jiraachuun ibsame

AMN dorgommii Ispoortii idil addunyaa kallattiin akka tamsaasu ibsame

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Addis Miidiyaa Neetwoork AMN dorgommii sadarkaa Idil Addunyaatti beekamaafi akka Afrikaatti ammoo yeroo jalqabaaf gaggeeffamu dorgommii Biskileetii (UCI City Mountain Bike Eliminator) jedhamu tamsaasa kallattiin…

Continue ReadingAMN dorgommii Ispoortii idil addunyaa kallattiin akka tamsaasu ibsame

Maqaan Atileet Tigist Asaffaa galmee raajii addunyaatti galmaa’e

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Atileet Tigist Asaffaa atileetii saffisa guddaa idil addunyaa qabdu ta'uun galmee raajii addunyaatti galmeeffamuun ibsame. Atileet Tigist dorgommii Maaraatoonii London sa’atii 2:15:41’n xumuruun rikoordii haaraa…

Continue ReadingMaqaan Atileet Tigist Asaffaa galmee raajii addunyaatti galmaa’e