Ministirootni Dhimma Alaa Itoophiyaafi Moozaambiik waloon mari’atan

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Geediyoon Ximootiyoos (PhD) gita isaanii Ministira Dhimma Alaa Moozaambiik Maariyaa Maanu’eelaa Luqaas waliin mari’atan. Biyyootni lameen yaadama Paan Afrikaanizimiin hariiroo jabaa…

Continue ReadingMinistirootni Dhimma Alaa Itoophiyaafi Moozaambiik waloon mari’atan

Daa’imman teeknoloojitti akka malee madaquun bu’aa moo miidhaa qaba? Gaheen maatii maal tahuu qaba? Saayinsiin maal jedha?

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Yeroo ammaa hariiroo daa’immaniifi meeshaalee elektirooniksii jidduutti gar-malee dabalaa dhufe maatii yaaddoo olaanaafi rakkoo xiinsammuuf saaxilaa akka jiru hubatameera. Dhimma Seeraafi Hawaasummaa irratti tajaajila gorsaa…

Continue ReadingDaa’imman teeknoloojitti akka malee madaquun bu’aa moo miidhaa qaba? Gaheen maatii maal tahuu qaba? Saayinsiin maal jedha?

Harka ilaaluufi deddeebi’iinsa maamilaa tajaajila hambise – Tajaajila Masoob Socho’aa

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Hoogganaa Itti Aanaa Biiroo Pabliik Sarvizii fi Misooma Humna Namaa Magaalaa Finfinnee Obbo Baqqalaa Tamasgeen Tajaajilli Dijitaalaa Giddu Gala Tokkoo A-Masoob hojii eegaluun wal-qabate yeroo…

Continue ReadingHarka ilaaluufi deddeebi’iinsa maamilaa tajaajila hambise – Tajaajila Masoob Socho’aa

Obbo Tamasgeen Xurunaan Preezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiitiif geggeessaa taasisan

AMN PLUS- Ebla 17/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa Preezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiitiif geggeessaa taasisan Preezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit daawwannaa hojii mootummaa ifa ta'e…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaan Preezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiitiif geggeessaa taasisan

Guyyaan qormaatni xumura kutaa 12ffaa bara 2018 itti kennamu ifoome

AMN PLUS - Ebla 17/2018 Qormaatni xumura kutaa 12ffaa kan bara kanaa Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17/2018'tti akka kennamu Tajaajilli Qormaataafi Madaallii Barnootaa ifoomseera. Sagantaa tajaajilichi ifoomseen qormaatni biyyaalessaa sagantaa…

Continue ReadingGuyyaan qormaatni xumura kutaa 12ffaa bara 2018 itti kennamu ifoome

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Wiirtuu Ispoortii, Barnootaa fi Leenjii Raas Haayiluu hojii eegalchiisan

AMN PLUS- Ebla 17/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Wiirtuu Ispoortii, Barnootaa fi Leenjii Raas Haayiluu dorgommiiwwan idil-addunyaa keessummeessuu akka danda'utti haaromsuuniifi bu'uuraalee misoomaa dabalataa guutuun tajaajilaaf akka oolu…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Wiirtuu Ispoortii, Barnootaa fi Leenjii Raas Haayiluu hojii eegalchiisan

Milkaa’ina AMN caalmaan itti fufsiisuuf aantummaan hojjetaafi hoggansaa baay’ee murteessaadha – Obbo Solomoon Dibaabaa

AMN PLUS - Ebla 16/2018 Milkaa'ina Addis Miidiyaa neetwork (AMN) caalmaan itti fufsiisuuf aantummaan hojjetaafi hoggansaa baay'ee murteessaa ta'uu Hoji Raawwachiisaan Olaanaa AMN Obbo Solomoon Dibaabaa ibsan. Obbo Solomoon kana…

Continue ReadingMilkaa’ina AMN caalmaan itti fufsiisuuf aantummaan hojjetaafi hoggansaa baay’ee murteessaadha – Obbo Solomoon Dibaabaa

Beekumsi, waa’ee rakkoo irra deddeebi’anii dubbachuu osoo hin taane, rakkoof furmaata maddisiisuudha – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Ebla 16/2018 Agarsiisa Hojii Kalaqa Saayinsii Magaalaa 11ffaa “Dhaloota Saayinsii fi Kalaqaan Gahoome Biyya Fakkeenyummaa Qabduuf” mata-duree jedhuun eegalchiisuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Kaayyoon ijoon…

Continue ReadingBeekumsi, waa’ee rakkoo irra deddeebi’anii dubbachuu osoo hin taane, rakkoof furmaata maddisiisuudha – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Itoophiyaan biyya guddoodha, bakki isheef malus guddaadha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS - Ebla 16/2018 Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa dabarsaniin Itoophiyaan biyya guddoo tahuun bakki isheef malus guddaa tahuu ibsaniiru. Obbo Tamasgeen dhalootni har'aa carraa itti…

Continue ReadingItoophiyaan biyya guddoodha, bakki isheef malus guddaadha- Obbo Tamasgeen Xurunaa